Afaan amala maalii qaba? Afaan seera mataa isaa qaba: kunis seerluga jedhamaAfaan ni baratamaAfaan MallattoodhaAfaan akka feeteedha. Kunis jechaafi bakka bu’a jechaa wanti walitti fidu hin jiru jechuudha akkas yeroo jennus maqaan waan tokkoof moggaafameefi wanti maqaa saan bakka bu’ame gidduu hariiroon hin jiru jechuudha.Afaan kamiiyyuu wal qixadhaAfaan kamiiyyuu ni liqeeffata yookiis ergifata, dhalata, ni guddata, ni du’a. Amaloota afaanni hedduu kanneen biroos, mee isiin itti dabala koomeentii irraatti barreessa! Views: 4,929 Share this: Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on LinkedIn (Opens in new window) LinkedIn Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Telegram (Opens in new window) Telegram Share on X (Opens in new window) X Share on Pinterest (Opens in new window) Pinterest Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Like this:Like Loading... Related Post navigation Afaan Oromoon Maalii? SeerLuga Afaan Oromoo