Seer-luga jechuun maalii? Afaan Oromoon hoo seer-luga akkami qaba?

Seer-Luga: Jechi jedhuu jechoota LAMA(2) irraa uumame. Kunis Seeraafi Lugaa jecha jedhu irraayi. Innis Seera Lugaa ykn Seera Afaanii jechuudha. Afaan Oromoo dubbachuu, bareessuu, dubbisuu fi dhagahuuf Seerluga afaan Oromoo beekuun barbaachisaa dha. Afaanni Oromoo akkuma afaan kamiiyyuu seerluga mataa isaa kan qabuudha. Seerlugaan Afaan Oromoo wantoota armaan gadii kanneen of keessaa qaba:

  1. Qaamolee Dubbii (Parts of Speech)
  2. Sirna Tuqaalee (Panctuations)
  3. Walta’iinsa matimaafi antimaa (Subject & Verb Agreement)
  4. Ennaa (Tense)
  5. Maxxantuufi.k.k.f

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *