Wanti hundi yeroo isaatti, wanti hundi ni darba, wanti darbes yaadannoo gaarii ta'a.
Beresa Abebe
Wanti gaariis ta’ee hamaas gaafa yeroon darbaa deemuu ni darba. Jireenyi nama kamiyyuu doonii sirriittin hin deemu, jireenyi nama kamiyyuu yeroo hunda daandii cufameen hin jiru. Yeroon waan hedduu namarraa fuudhee waan hedduu fayyisuu danda’a.
1. Gidiraan ni darba
Jechi akkas jedhu jira: “Namni tokko sababa taatee gammachiisaa tokkoon waggaa guutuu gammaduun hin danda’u, garuu sababa gidiraa tokkoon umurii guutuu dhiphachuu ni danda’a.” Dhugumatti, mallattoo gidiraan nama irraatti hambisuttu gammachuu caalaa nama dhukkubsa. Jireenya kana keessatti namoonni gidiraa gosa hunda ni mudatu, haqa dhabuu fi mufannaan isaan ni qunnama.
Views: 1,897
Share this:
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on LinkedIn (Opens in new window) LinkedIn
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Telegram (Opens in new window) Telegram
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Pinterest (Opens in new window) Pinterest
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
