“Jireenya nama biraa jiraachuun yeroo kee hin qisaassesiin sababni isaas yeroon daangeffamaadha” -Steve Jobs Dubbii ati namatti dubbaattu caalaa gochaan ati hojjettuu baayyee dubbachuu danda’a.
“Jireenya nama biraa jiraachuun yeroo kee hin qisaassesiin sababni isaas yeroon daangeffamaadha” -Steve Jobs Dubbii ati namatti dubbaattu caalaa gochaan ati hojjettuu baayyee dubbachuu danda’a.
QAJEELFAMOOTA YEROO (PRINCIPLE OF TIME)
➊. Yeroon ni darba:
❍ Yeroo har’aaf siif kenname deebitee boru argachuu hin dandeessu. Boru waan haaraa baatee dhufa.
➋. Yeroon akeekaaf namaaf kennama:
❍ Karooraan yoo itti fayyadamne waan haaraa hojjachuu dandeessisa.
➌. Yeroon siif gaddee dhaabatee si hin eegu:
❍ Wanti har’a utuu hin xumuramin hafe, yeroo itti aanutti darba. Wanta har’a hojjachuu dandeessu har’uma xumuri malee boriif hin olkaa’in!
❏ Moo’attoonni hojii boru hojjetan ar’a hojjetu!
❏ Namoonni kufan hojii kaleessaa har’a hojjetu!
➍. Yerootti fayyadamuuf ogummaa cimaa gaafata.