Skip to content
- Ufuura badaa fi ilkaan akka hin mancaane ni ittisa
- Bullaa’insa nyaataaf gargaara
- Kalee fayya qabeessa taasisa
- Rakkoo onnee ni ittisa
- Ulfaatina qaamaa hir’isuuf gargaara
- Kaansarii ni ittisaa
- Fayyaa gogaa ni jajjabeessa
- Dhukkuba garaachaa ni fayyisa
- Fayyaa afaanii ni eega
- Finniisa ni fayyisa
- Summii dhabamsiisa
- Humna ni kenna
- Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu ni guddisa
- Fayyaa lafee fooyyessa
- Qubni akka jabaatu taasisa
- Fayyaa maashaalee ni fooyyessa
- Fayyumma Tiruu ni dabaala
- Gogiinsa garaa ni ittisa
- Amaloota farra dulloomuu
- Ilkaan ni jabeessa
- Ulfa nageenya qabu mirkaneessa
- Namoota dhukkuba sukkaaraatiin rakkatan ni gargaara
- Dhala fi humna dhiiraa dabaluu
- Dhangala’aa dhiigaa haaromsuu fi summii balleessuu
- Dhukkubbii qoonqoo fi infuleenzaa ni fayyisa
- Dhiphina ni ittisa
- Vitaaminii fi albuuda akka foosfarasii, pootaasiyeemii, kaalsiyeemii, sibiilaa, maagniziyeemiin kan badhaadhe yoo ta’u, kunis fayyaa kee kan eegudha .
- Ho’a qaamaa ni hir’isa Dr. Mohammed Kedir
-
Views: 9,175