๐— ๐˜‚๐—น’๐—ฎ๐˜๐—ป๐—ถ:
โœง Adeemsa sammuu ti.
โœง Ta’uu dha malee taa’uu miti.
โœง Boba’aa gaggeessaan tokko ittiin imaluu danda’uu dha.
โœง Humna ittiin waan haaraa uumanii dha.
โœง Kan namoonni gurguddoon addunyaa kanaa
wareegamaniif dha.
โœง Har’a caalaa fira borii ti.
โœง Ija foonii caalaa fageessee arga.
โœง Kutannoo fi ija jabina malee nama keessaa hin ba’u.
โœง Haala amma keessa jirtu ganuu akka qabdu sitti hima.
โœง Hojii tokko-shanee (garee) miti.
โœง Ni tarkaanfata malee hin tiratu.
โœง Wanta ati of harkaa qabdu irratti hin hundaa’u.
โœง Biyya ati dhalatte irratti hin hundaa’u.

Mul’atni gahuumsa yaada keenyati. Fiixee Milkaa’ina ti. Mul’atni oltuulama yaada guddaa sammuu keenya keessa jiru lubbuun keenya itti gammaddu dha. Mul’atni Wanta taasisuuf yaadnu dha. Galma guddicha jireenya keenya yeroo jiraannu gammachuu fi fayyummaan jireenyaa nutti dhagahamu mul’ata dha

“๐Œ๐”๐‹’๐€๐“๐€ ๐๐€๐๐€๐€๐ƒ๐‡๐”!”

2 thoughts on “๐Œ๐”๐‹’๐€๐“๐€ ๐๐€๐๐€๐€๐ƒ๐‡๐”โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—โ•‘๐Œ๐ฎ๐ฅ’๐š๐ญ๐š | ๐•๐ข๐ฌ๐ข๐จ๐งย  โ•‘โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•”

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *