{"id":250,"date":"2017-01-12T09:52:19","date_gmt":"2017-01-12T09:52:19","guid":{"rendered":"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/?page_id=250"},"modified":"2017-01-12T09:52:19","modified_gmt":"2017-01-12T09:52:19","slug":"kadhannaa-yeroo-hundaa","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/kadhannaa-yeroo-hundaa\/","title":{"rendered":"KADHANNAA YEROO HUNDAA"},"content":{"rendered":"<h1><u>KADHANNAA YEROO HUNDAA<\/u><\/h1>\n<p>Mallattoo Fannoo Gooftaa Koo Iyyesuus Kiristoosin qaama koo hundumaa yeroo sadii nan mallatteessa.<\/p>\n<ol>\n<ol>\n<li><span style=\"color:red;\"> Waaqa tokko kan ta&#8217;an maqaa Abba, kan Ilmaa, Kan Afuura Qulqulluutti,<br \/>\n<\/span> qulqulluufi ulfaatoo<br \/>\nkan ta&#8217;an sadummaatti (<b><span style=\"color:red;\">sillaaseetti<\/span><\/b>) amanuufi kadhachuun diina<br \/>\nkoo Seexana nan gana, haadha koo mana Kiristiyaanaa kana fuuldura dhaabadheen sigana. Kanaafis ragaan koo<br \/>\n<span style=\"color:red;\">Maariyaamii<\/span> dha,<br \/>\nAddunyaa kanattis Addunyaa isa dhufuttis ishee dawwoo taasiseen yaa diina koo Seexanaa sin gana.<\/li>\n<li>Yaa Gooftaa si galateeffanna, yaa Gooftaa si Kabajna, yaa Gooftaa sif bitamna, yaa Gooftaa maqaa kee qulqulluu ni galateeffanna.<br \/>\nJilbi hundumtuu kan siif sagaduu siif sagadnaa; arrabni hundumtuu sif bitama. Waaqni Waaqotaa, Gooftaan Gooftotaa, Mootiin moototaa si&#8217;iidha.<br \/>\nUumaan fooniifi lubbuu sidha. Isinis yeroo kadhattan akkas jedha kadhadhaa jedhee qulqulluun ilmi kee akkuma nu barsiisetti si waammana.<\/li>\n<li><span style=\"color:red;\">Yaa Abbaa keenya<\/span> Samiirra kan jiraattu maqaan kee haa qulqullaa&#8217;u. Mootummaan kee haa dhufu jaalalli kee samiirratti<br \/>\nakkuma ta&#8217;e akkasumas <span style=\"color:red;\">lafarratti haa ta&#8217;u.<\/span> Kan nu ga&#8217;u soora keenya ara&#8217;aaf ga&#8217;u nuuf kenni,<br \/>\nyakka keenyas nuuf dhiisi, nutis kan nu yakkaniif akkuma dhisnuuf, qorumsatti nu hin galchiin; hamaarraa nu oolchi malee, <span style=\"color:red;\">Mootummaan kan keetti&#8217;<br \/>\noo<\/span> humnis galannis bara-baraan <span style=\"color:red;\">Ameen!<\/span><\/li>\n<li><span style=\"color:red;\">Nagaa Ergamaa Gabri&#8217;eel qulqulluutiin<\/span> Yaa Giiftii keenya <span style=\"color:red;\">Maariyaam<\/span> nagaa siin jenna. Yaada keetiin durboodha, foon keetiinis durboodha.<br \/>\n<span style=\"color:red;\">Yaa hadha Waaqayyoo<\/span> isa mo&#8217;aa siif galanni haa ta&#8217;u. Ati dubartoota keessaa kan eebbifamteedha firiin gadameessa keetis kan eebbifameedha. Gammadi yaa ayaana qabeetti <span style=\"color:red;\"><br \/>\nWaaqayyoo si wajjin jira&#8217;oo<\/span> Gooftaa keenya <span style=\"color:red;\">Iyyesuus Kiristoos<\/span> irraa dhiifama nuuf kadhadhu, cubbuu keenya akka nuuf dhiisuuf. Hangaa bara-baraatti Ameen!<\/li>\n<\/ol>\n<\/ol>\n<h2><u>HUNDEE AMANTAA<\/u><\/h2>\n<ol>\n<li>Hundumaa kan uume <span style=\"color:red;\">Waaqa<\/span> tokko kan ta&#8217;u Waaqayyo Abbaatti ni amanna. Samiifi lafa kan uume, addunyaa mullatu kanaafi kan hin mul&#8217;anne osoo hin uumamin, isa wajjin kan ture<br \/>\nIlma Abbaa kan ta&#8217;u Waaqa tokko <span style=\"color:red;\">Iyyesuus Kiristositti<\/span> ni amanna; Ifa Ifarraa argame, Waaqa Waaqa dhugaarraa argame, kan dhalate malee kan hin uumamne, amalummaa isaatin Abbaa wajjin kan walqixxaatu, hundumtuu kan isaan<br \/>\nta&#8217;e, samiirras lafarras kan jiru isaatiin malee homtuu kan ta&#8217;e hin jiru. Nuu fayyisuuf samiirraa gad bu&#8217;e, hojii Afuura Qulqulluutiin Qulqulleetti dubroo Maariyaamirraa nama ta&#8217;e.<br \/>\nNuuf jedhee fannifame, bara Philaaxoos Pheenxichaattis rakkina arge, du&#8217;e awwaalame, guyyaa sadaffaattis du&#8217;a mo&#8217;ee ka&#8217;e; akkuma ktaabolii qulqullaa&#8217;ootti barreeffame, ulfinaafi galataan gara samiitti ol ba&#8217;e,<br \/>\nmirga Abbaasaa taa&#8217;e; lammaffaas warra du&#8217;aniifi jiraattota irratti murteessuf <span style=\"color:red;\">galataan ni dhufa<\/span>. Mootummaansaas dhuma hin qabu. Afuura qulqulluutti ni amannaa, Innis Gooftaa jireenya nuuf kennudha, Abbaarraa kan ba&#8217;e, Abbaafi Ilma wajjin tokkummaatti ni sagadnaaf, ni galateeffannaan.<br \/>\nInnis, Raajotarra bulee kan dubateedha. Hundumaan ol kan taate Duuka bu&#8217;oonni kan walitti qaban(hundessaan) ulfaattuu mana Kiristaanaa tokkittiitti ni amanna. Cubbuun kan ittiin haqamu Cuuphaa tokkittiitis ni amanna; Warri du&#8217;aan akka ka&#8217;aan ni abdannaa, jireenya isa dhufuf hangaa bara-baraatti Ameen.<\/li>\n<li><span class=\"red\">Yaa Waaqayyo Mooticha, Qulqullu, Qulqulluu Qulqulluu<\/span>jedhamtee ni galateeffamta. Galanni kees <span style=\"color:red;\">samiifi lafarratti<\/span> kan guutedha. Yaa <span style=\"color:red;\">Kiristoos<\/span> siif sagadna, arjaa Abbaa kee isa samii wajjin, fayyisaa kan ta&#8217;e afuura Qulqulluu wajjinis siif sagadna. Gara Addunyaa kanaatti dhuftee nu fayyisteetta&#8217;oo.<\/li>\n<li><span style=\"color:red;\">Abbaaf, Ilmaaf, Afuura Qulqulluuf <\/span>sagada tokkittii nan sagadaf (3x) tokko yommuu ta&#8217;an sadii, sadii yemmuu ta&#8217;an tokko, Qaamaan sadii yemmuu ta&#8217;an Waaqummaadhaan tokko kan ta&#8217;aniif nan sagada.<br \/>\nGiiftii Keenya durboo <span style=\"color:red;\">Maariyaamiif<\/span> nan sagada.Gooftaan keenya <span style=\"color:red;\">Iyyesuus Kiristoos<\/span>kan itti fannifame fannoosaaf nan sagada. <span style=\"color:red;\">Fannoonsaa<\/span> humnaa keenya, humni keenya fannoosaatti kan nuu jabeessu fannoosaati, fannoonsaa furaa keenyadha. Fannoonsaa fayyisaa lubbuu keenyatti, warri Yihudotaa ni ganu nuti garuu itti amanna, warri itti amannus fannichaan ni faayyina, <b>Fayyineerrasii!<\/b><\/li>\n<li><span style=\"color:red;\">Abbaaf galanni haa ta&#8217;u, Ilmaaf galanni haa ta&#8217;u, Afuura qulqulluufis galanni haa ta&#8217;u (3x.<\/span><i>Dhugaadhaa Abbaaf, Ilmaaf, Afuura Qulqulluufis galanni haa ta&#8217;u.<\/i>(3x)Waaqayyoon kan deesse Giiftii keenya <span style=\"color:red;\">durboo Maariyaamiif<\/span> galanni haa ta&#8217;u.Dhugaadha Waaqayyoon kan deesse Giiftii keenya durboo <span style=\"color:red;\">Maariyaamif <\/span>galanni haa ta&#8217;u.<br \/>\n<span style=\"color:red;\">Fannoo<\/span> Gooftaa Keenya <span style=\"color:red;\">Iyyesuus Kiristoosiifis<\/span> galanni haa ta&#8217;u.<br \/>\nDhugaadha <span style=\"color:red;\">Fannoo<\/span> gooftaa keenya <span style=\"color:red;\">Iyyesuus Kiristoosif<\/span>galanni haa ta&#8217;u.<br \/>\nKiristoos dhifaamasaatin akka nu yaadatuuf,<br \/>\n<u>Ameen<\/u><br \/>\nDhufaatiisaa isa lammaffaattis akka nu hin qaanessineef,<br \/>\n<u>Ameen<\/u><br \/>\nMaqaasaa galateffachuf akka nu dammaqsuuf,<br \/>\n<u>Ameen<\/u><br \/>\nIsa Waaqeffachuuttis akka nu cimsuuf,<br \/>\n<u>Ameen<\/u><br \/>\nYaa Giiftii keenya kadhannaa keenya ol-nuuf baasi,<br \/>\n<u>Ameen<\/u><br \/>\nCubbuu keenyas nuuf dhiisisi,<br \/>\n<u>Ameen<\/u><br \/>\nTessoo gooftaa keenya fuula durattis kadhannaa keenya nuuf dhiyeessi,<br \/>\n<u>Ameen<\/u><br \/>\nNyaata kana kan nu nyaachise,<br \/>\n<u><i>Arjummaansaa bara-baraani hoo<\/i><\/u><br \/>\nXoofoo kanas kan nuu obaase,<br \/>\n<u><i>Arjummaansaa bara-baraani hoo<\/i><\/u><br \/>\nNyaatafi Uffata keenya kan nuu qopheesse,<br \/>\n<u><i>Arjummaansaa bara-baraani hoo<\/i><\/u><br \/>\nCubbuu keenya hundummaas kan nuuf obse,<br \/>\n<u><i>Arjummaansaa bara-baraani hoo<\/i><\/u><br \/>\nUlfaataa dhiigasaa, qulqulluu foonsaa kan nuuf kenne,<br \/>\n<u><i>Arjummaansaa bara-baraani hoo<\/i><\/u><br \/>\nhangaa yeroo kanaattinis kan nu ga&#8217;e,<br \/>\n<u><i>Arjummaansaa bara-baraani hoo<\/i><\/u><br \/>\nWaaqayyoo aanga&#8217;aaf galanni haa ta&#8217;u, maqaan Waaqayyo akka galatoomuuf yeroo hundumaa hangaa bara-baraatti galanni haa ta&#8217;uuf.<\/li>\n<li>Yaa Giiftii keenya maariyaam,<span style=\"color:red;\">nagaan siif haa ta&#8217;u<\/span> jechaa siif sagadna, bineensaa hamaarraa akka nu olchituuf si kadhanna, deessuu haadha kee Haannaaf jedhii, abbaa kee Iyyaaqeemiif jedhii <span style=\"color:red;\">waldaa<\/span> keenya har&#8217;a nuuf eebbisi.<\/li>\n<li>\n<h3 style=\"font-family:Times New Roman;\"><u>WAAQAYYOON KAN DEESSE KADHANNAA GIIFTII KEENYA MAARIYAAMII<\/u> <small>(Luq. 1:46-54)<\/small><\/h3>\n<p style=\"font-family:Times New Roman;\" align=\"justify\">Maariyaamis jette, &#8220;lubbuun koo Waaqayyoon guddaa ni galateeffatti, afuurri koos Waaqayyo fayyisaa kootti ni gammaddi. Salphina garbittiisaa argeera&#8217;oo. Kunoo har&#8217;aa jalqabee dhaloonni hundumtuu na galateeffatu.<\/p>\n<p>Inni hojii guddaa naaf taasisera&#8217;oo. Maqaansaa qulqulluudha. Dhiifamnisaas warra isa sodaatanirratti dhalootaa hangaa dhalotaatti.Humnaas irreesaati murteesse. Akka yaada garaasaanitti warra oftuulan isaan bittinesse.<br \/>\nWarra jabootas tessoosaaniirraa isaan salphise. Warra beela&#8217;anis arjummasaatiin qubse. Sooreesotas harka qulla hambise. Dhifamasaa akka yaadatuuf Israa&#8217;eel garbichasaa simate.<br \/>\nAbbootti keenya Abrihaamiifi Sanyiisaaf akkuma dubbate.<br \/>\nHangaa bara-baraatti Ameen!<\/li>\n<\/ol>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>KADHANNAA YEROO HUNDAA Mallattoo Fannoo Gooftaa Koo Iyyesuus Kiristoosin qaama koo hundumaa yeroo sadii nan mallatteessa. Waaqa tokko kan ta&#8217;an maqaa Abba, kan Ilmaa, Kan Afuura Qulqulluutti, qulqulluufi ulfaatoo kan ta&#8217;an sadummaatti (sillaaseetti) amanuufi kadhachuun diina koo Seexana nan gana, haadha koo mana Kiristiyaanaa kana fuuldura dhaabadheen sigana. Kanaafis ragaan koo Maariyaamii dha, Addunyaa kanattis &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/kadhannaa-yeroo-hundaa\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">KADHANNAA YEROO HUNDAA<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":0,"menu_order":0,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","template":"","meta":{"footnotes":""},"class_list":["post-250","page","type-page","status-publish","hentry"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/250","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=250"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/250\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=250"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}