{"id":366,"date":"2017-01-17T12:24:58","date_gmt":"2017-01-17T12:24:58","guid":{"rendered":"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/?page_id=366"},"modified":"2017-01-17T12:24:58","modified_gmt":"2017-01-17T12:24:58","slug":"iccitii-qurbaanaa","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/iccitii-qurbaanaa\/","title":{"rendered":"Iccitii Qurbaanaa"},"content":{"rendered":"<p>Guyyaa kamisaa galgala yommuu irbaata nyaatan gooftaan bixxillee\/hibistii \/<br \/>\nfuudhee, cabsee bartoota isaatiif kenne, \u201cfudhadhaa, nyaadhaa, kun dhagna<br \/>\nkooti\u2019\u2019 jedhe, xoofoos fudhatee Waaqayyoof(Abbaadhaaf) galata galche,<br \/>\nisaanifis kennee \u201chundumti keessan kanatti dhugaa, kun dhiiga kooti, dhiigni<br \/>\nkun kakuu dhaabate sana cimsuuf dhiifama cubbuu namoota baay\u2019etiif<br \/>\ndhangala\u2019a\u201d jedhe.Mat 26:26. Yoh 6:54 \u201cfoon koo kan nyaatu, dhiiga koo kan<br \/>\ndhugu jireenya bara baraa qaba.\u201d<br \/>\nKanaaf foon isaa fi dhiigini isaa har\u2019a bataskaanatti yeroo hunda ni qophaa\u2019a;<br \/>\njijjiramees nyaataa fi dhiiga Iyasuus Kristoos isa dhugaa sana ni ta\u2019a. Lubootnis<br \/>\nMaatii Waaqayyoof ni kennu. Yeroo hunda kan isa hinnyaannee jireenya bara<br \/>\nbaraa waan hin qabneef. Kan isarraa nyaatu immoo hin beela\u2019us hin dheebotus.<br \/>\nKana immoo namni tokko cubbuurraa fagaatee osoo hin shakkin fudhachuu<br \/>\nqaba. Nama cubbuu isaatti gaabbe ta\u2019uus qaba.<br \/>\nQurbaana Fudhachuuf Wantooota guutamuu qaban:<\/p>\n<ol>\n<li>Cubbuu ofiittti gaabbuu, qiimii irraa bilisa ta\u2019uu;<\/li>\n<li>Qurbaanan dura sa\u2019aatii 18tiif midhaan nyaachuu dhaabuu;<\/li>\n<li>Qaamaan qulqulluu ta\u2019uu;<\/li>\n<li>Wal-qunnamtii qaama saalaa irraa guyyoota muraasaaf fagaachuu dha.<\/li>\n<\/ol>\n<p>Waaqayyoo Icitii kee kan nuun geese galatni siif haa ta\u2019u. Hunduma keenya<br \/>\nFoon gooftaa nyaannee, Dhiiga gooftaa dhugnee akka jireenya bara baraa\u00a0qooddannuuf, akka mootummaa Waaqayyoo dhaalluuf fedhiif jaalala<br \/>\nWaaqayyo nuuf haa. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Guyyaa kamisaa galgala yommuu irbaata nyaatan gooftaan bixxillee\/hibistii \/ fuudhee, cabsee bartoota isaatiif kenne, \u201cfudhadhaa, nyaadhaa, kun dhagna kooti\u2019\u2019 jedhe, xoofoos fudhatee Waaqayyoof(Abbaadhaaf) galata galche, isaanifis kennee \u201chundumti keessan kanatti dhugaa, kun dhiiga kooti, dhiigni kun kakuu dhaabate sana cimsuuf dhiifama cubbuu namoota baay\u2019etiif dhangala\u2019a\u201d jedhe.Mat 26:26. Yoh 6:54 \u201cfoon koo kan nyaatu, dhiiga koo &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/iccitii-qurbaanaa\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Iccitii Qurbaanaa<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":0,"menu_order":0,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","template":"","meta":{"footnotes":""},"class_list":["post-366","page","type-page","status-publish","hentry"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/366","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=366"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/366\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=366"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}