{"id":493,"date":"2017-12-12T08:32:16","date_gmt":"2017-12-12T08:32:16","guid":{"rendered":"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/?page_id=493"},"modified":"2017-12-12T08:32:16","modified_gmt":"2017-12-12T08:32:16","slug":"galata-gooftaa-kan-yeroo-hundaa-kadhatamu","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/galata-gooftaa-kan-yeroo-hundaa-kadhatamu\/","title":{"rendered":"Galata Gooftaa Kan Yeroo Hundaa Kadhatamu"},"content":{"rendered":"<h3 style=\"text-align:justify;\">Galata Gooftaa Kan Yeroo Hundaa Kadhatamu<\/h3>\n<p style=\"text-align:justify;\">Dheekamsa irra kan fagaatte, dhiifamni kees baayyee kan ta&#8217;e cubbuu kan namaa dhiostu qulqula&#8217;aa laphee ballaa kan taate yaa Gooftaa sin kabaja. Guyyaa guyyaan yeroo ani si yakku naa obsitee naa eegdeetta&#8217;o. Qalbii akka jijjiirannuufis hundaa keenyaafis taayitaa nuu kennite, kanaafuu si kabajinna, ulfaataa kan ta&#8217;e maqaa kee akka kabajinnuuf nuu obsite. Waan hojjatu hundumaaf, yaa ajajaa uumaa, gaddafi sodaa dadhabinas yeroo fiddu qabdahoo, raajotaanis yeroo sookate qabda&#8217;o, booda garuu mullachuu ilma kee Iyyesuus Kiristoosin nu daawwatte. Kan hin ture gara jireenyaatti kan nu uume si&#8217;i, abbaan keenya Gooftaan keenyas sidha.<\/p>\n<p style=\"text-align:justify;\">Rakkataa kanan ta&#8217;e ani fuula kee ani fuula kee duratti dubbachuun naan danda&#8217;amu. Cubbamoota hundaarra kanan caalu cubbamaadha&#8217;o, ulfaataa kan ta&#8217;e seera kees xureeseera&#8217;o. Cubbuu koorra obsa (Dhiifama) kee waan naa baayyisteef sin galateefadha.<\/p>\n<p style=\"text-align:justify;\">Ani waa&#8217;ee yakka kootiif murteen kan naaf ta&#8217;u ture, Ati garuu feedha keetiin calliste murtee otoo natti hin murteessin na eegdeetta&#8217;o. Waa&#8217;ee cubbuu kootiifis dhiphinaafi fuula kee duratti kufuu irraa jaalala dhala namaarraa qabduuf waa&#8217;ee obsa keetiif hangaa ammaatti na eegdeetta.<\/p>\n<p style=\"text-align:justify;\">Dhiifama kan kenitu yaa Gooftaa, Kanaaf sin galateefadha. Amamtaa kan hin qabne obsa keefi Gooftummaa keef galata ta&#8217;u akkan galateefadhuuuf, taayitaa kanan hin qabneef kanan tuffatame yoon ta&#8217;e iyyuu kadhannaa garbicha dadhabaa keetii dhaga&#8217;i. Baayyina dhiifama kee ishee daangaa hin qabneef hanga bara baraatti ulfiniifi galanni bitamuunis siif ni ta&#8217;a. Dhugummaan ameen.<\/p>\n<p style=\"text-align:justify;\">Yaa Gooftaa koo Iyyesuus Kiristoos, ana tajaajilaa kee waan hamaa hundaa irraa eegi, cubbuu koos naa dhiisi.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Galata Gooftaa Kan Yeroo Hundaa Kadhatamu Dheekamsa irra kan fagaatte, dhiifamni kees baayyee kan ta&#8217;e cubbuu kan namaa dhiostu qulqula&#8217;aa laphee ballaa kan taate yaa Gooftaa sin kabaja. Guyyaa guyyaan yeroo ani si yakku naa obsitee naa eegdeetta&#8217;o. Qalbii akka jijjiirannuufis hundaa keenyaafis taayitaa nuu kennite, kanaafuu si kabajinna, ulfaataa kan ta&#8217;e maqaa kee akka &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/galata-gooftaa-kan-yeroo-hundaa-kadhatamu\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Galata Gooftaa Kan Yeroo Hundaa Kadhatamu<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":0,"menu_order":0,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","template":"","meta":{"footnotes":""},"class_list":["post-493","page","type-page","status-publish","hentry"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/493","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=493"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/493\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=493"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}