{"id":574,"date":"2017-12-30T07:42:39","date_gmt":"2017-12-30T07:42:39","guid":{"rendered":"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/?page_id=574"},"modified":"2017-12-30T07:42:39","modified_gmt":"2017-12-30T07:42:39","slug":"dirsaana-seenaa-qulqulluu-ergamaa-raagueel","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/dirsaana-seenaa-qulqulluu-ergamaa-raagueel\/","title":{"rendered":"Dirsaana (Seenaa) Qulqulluu Ergamaa Raagu&#8217;eel"},"content":{"rendered":"<h5 style=\"text-align:justify;\">Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyo tokkoon Ameen!<\/h5>\n<p style=\"text-align:justify;\">Waaqayyoo tokko kan ta&#8217;u maqaa Abbaa, Ilmaafi Afuura Qulqulluutti amane, Waaqayyo tolummaa isaatiin akka na daawwatuufi qulqulluu Raagu&#8217;eelis eebba isaatiin akka narraa addaa hin baaneef, dirsaane qulqulluu Raagu&#8217;eel kana nan kadhadha.<br \/>\nAkkanas jechaa <span style=\"color:red;\">Akkaa&#8217;I, Beeqaa&#8217;I kisbi&#8217;eel, Amaanu&#8217;el, Aahidi&#8217;eel, Bu&#8217;eel, Giti&#8217;eel, Aahaliyaal, Ta&#8217;aagaasiyaal, yaawuhiyaal, yaawuyaal, musaaxiyaal, Aawusiifiyaal, Aawukitiyaal, mardiyaal.<\/span> Waaqayyo jechoota kana, Sammuu qulqulluu Raagu&#8217;eel keessatti kan inni qopheesse, Mootii Novaamaaniin akka gargaaruufi yeroo eergedha.<\/p>\n<p style=\"text-align:justify;\">Ani tajaajilaa isa &#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;. gargaarsi isaafi tolummaan isaa akka narraa adda hin baaneef nan waawwadha, nan kadhadha. Culullee samii, simbirroo Raamaa kan jedhamtu yaa Raagu&#8217;eel nagaan siin jedha. Simbo surraan kan aggugamte yaa Raagu&#8217;eel nagaan siin jedha. Waaqayyoon tattaafannaan kan galateeffatu, Yaa Raagu&#8217;eel nagaan siin jedha. Afuuraan kan dhiphataniif yaadaan kan dadhabaniif haara galifii sammuu isaanii, kan taatu yaa Raagu&#8217;eel nagaan siin jedha.<\/p>\n<p style=\"text-align:justify;\">Gargaaraa Moototaa Noovaamaa kan taate yaa Raagu&#8217;eel nagaan siin jedha. Rakkina qulqulleettii Aarseemaafi kan geesse yaa ergamaa Raagu&#8217;eel nagaan siin jedha. Badhasaa warqee galata kan badhaafamte yaa Raagu&#8217;eel nagaan siin jedha. Yaa ifa fuula Gooftaan nagaan siin jedha. Jechi sagalee keetii, dammaafi aanan caalaa kan mi&#8217;aa&#8217;uu yaa Raagu&#8217;eel naggaan siin jedha. Yaa qulqulluu Raagu&#8217;eel afaan hadhaa&#8217;aa ta&#8217;een, jeequmsa kan uumu, diinaafi seexana kan ta&#8217;u ergamaa du&#8217;aa irraa, humna kadhannaa keetiin qaama koo, hojjaa isheefi dalga ishee eegi. Ameen!<\/p>\n<p style=\"text-align:justify;\">Raagu&#8217;eeliif Waaqayyo kan taatu yaa Waaqa Raagu&#8217;eel, cubbuu koo narraa haqii, rakkina fooniifi rakkina lubbuu irraa na baraari hanga bara baraatti Ameen!<\/p>\n<h5 style=\"text-align:justify;\">Yaa Abbaa Keenyaa &#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;<\/h5>\n<p>\u00a0<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyo tokkoon Ameen! Waaqayyoo tokko kan ta&#8217;u maqaa Abbaa, Ilmaafi Afuura Qulqulluutti amane, Waaqayyo tolummaa isaatiin akka na daawwatuufi qulqulluu Raagu&#8217;eelis eebba isaatiin akka narraa addaa hin baaneef, dirsaane qulqulluu Raagu&#8217;eel kana nan kadhadha. Akkanas jechaa Akkaa&#8217;I, Beeqaa&#8217;I kisbi&#8217;eel, Amaanu&#8217;el, Aahidi&#8217;eel, Bu&#8217;eel, Giti&#8217;eel, Aahaliyaal, Ta&#8217;aagaasiyaal, yaawuhiyaal, yaawuyaal, musaaxiyaal, Aawusiifiyaal, Aawukitiyaal, &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/dirsaana-seenaa-qulqulluu-ergamaa-raagueel\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Dirsaana (Seenaa) Qulqulluu Ergamaa Raagu&#8217;eel<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":0,"menu_order":0,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","template":"","meta":{"footnotes":""},"class_list":["post-574","page","type-page","status-publish","hentry"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/574","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=574"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/574\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=574"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}