{"id":912,"date":"2018-06-19T15:04:30","date_gmt":"2018-06-19T12:04:30","guid":{"rendered":"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/?page_id=911"},"modified":"2018-06-19T15:04:30","modified_gmt":"2018-06-19T12:04:30","slug":"iyyesuus-kiristoos-eenyudha","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/iyyesuus-kiristoos-eenyudha\/","title":{"rendered":"IYYESUUS KIRISTOOS EENYUDHA?"},"content":{"rendered":"<p>Utuu Addunyaan hin uumamin dhalli namaafi ergamoonni qulqulloonni haala hin beekneen Abbaa isaa isa samii irraa haadha malee dhalate. (Far. 2 : 7)<br \/>\nAddunyaa booda durbee Maariyaamii irraa Abbaa malee dhalate.Luqaas 2 : 6 &#8211; 11<\/p>\n<ol>\n<li><strong>Uumaa (Waaqadha)<\/strong>kana sagalee Barumsaatiif Hojiiwwan Isaa Irraa Beekameera. Utuu Addunyaan hin uumamin dura amalummaa abbaa isaa wajjin ture.<br \/>\nYohaannis 1 : 2-3 Yohaannis 17 : 5 Qolaasiis 1 : 17<\/li>\n<li><strong>MUCAA WAAQAYYODGHA<\/strong><br \/>\nMormitoonni isaa amananiiru Yohaannis 5 : 28<br \/>\nQulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. Gooftaanis dhugaa ba&#8217;uu pheexiroos fudhateera. Maatewoos 27 : 32 &#8211; 56 Yohaannis 6 : 69<br \/>\nGooftaan Iyyesuus kiristoos Mirkaneesseera.<\/li>\n<li><strong>IYYESUUS KIRISTOOS CUBBUU HIN HOJJENNE . KUNIS WAAN WAAQA TA&#8217;EEFIDHA.<\/strong><br \/>\nGooftaanis jarreen mormitoota isaa gaafatee qaanesseera. Qulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. 1pheexiroos 2 : 21 &#8211; 22<br \/>\nQulqulluun phaawuloosis Iyyesuus kiristoos cubbuu hojjechuu irraa walaba tahuu isaa Qulqullummaa isaa ibsee barreesseera. 2Qoronxoos 5 : 21<\/li>\n<li><strong>4. IYYESUUS CUBBUU NAMOOTAA DHIISEERA. CUBBUU DHIISUU KAN DANDA&#8217;U WAAQAYYO DUWWAADHA.<\/strong><br \/>\nJecha raajeffannoo Barsiisota Seeraa Maariqoos 2 : 7 Jecha amanamaaa dhugaa Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos Maatewoos 9 : 6 Yohaannis 8 : 11<\/li>\n<li><strong>RAAJIIWWAN ADDAA GOCHUU ISAA.<\/strong><br \/>\nRaajiiwwan 36 taasiseera.<\/p>\n<ul>\n<li>Dhukkubsattoota Fayyisuu Isaa<br \/>\nMaatewoos 8 : 9-13; Luqaas 4 : 31-44<br \/>\nLuqaas 5 : 12-15<br \/>\nYohaannis 4 : 43 ti hanga Yohaannis 5 : 16 dubbifadhaa.<\/li>\n<li>WARRA BEELA&#8217;AAN RAAJII ISAATIIN SOOREERA.<br \/>\nYohannis boqonnaa 6<br \/>\nMaatewoos boqonnaa 6<\/li>\n<li>DU&#8217;AA KAASEERA.<br \/>\nLuqaas 7 : 11 &#8211; 18<br \/>\nYohaannis 11 : 1 &#8211; 46<\/li>\n<\/ul>\n<\/li>\n<\/ul>\n<\/li>\n<li><strong>CUBBUU NAMAAF DU&#8217;EERA.<\/strong><br \/>\nMaatewoos 27 : 32 &#8211; 56; 2Qoronxoos 5 : 21<br \/>\n1pheexiroos 2 : 22 &#8211; 24; Raajii Isaayyaas 53<br \/>\n1Yohannis 3 : 5 &#8211; 8; 1Qoronxoos 15 : 2 &#8211; 4<\/li>\n<li><strong>DU&#8217;A MO&#8217;EE KA&#8217;EERA.<\/strong><br \/>\nMaatewoos 28; H.Ergamootaa 2 : 24 &#8211; 36<br \/>\n1Qoronxoos 15; Galaatiyaa 2 : 20<br \/>\nRoomaa 10 : 9 &#8211; 10; 1pheexiroos 1 : 19 &#8211; 21<br \/>\n1Tasaloonqee 1 : 10 Du&#8217;aa ka&#8217;umsa Du&#8217;ootaa nii amanna.<\/li>\n<li><strong>MURTOO LAACHUUDHAAF LAMMATA DEEBI&#8217;EE NII DHUFA.<\/strong>\n<ul>\n<li>1Tasaloonqee 4 : 13 &#8211; 18; 2Tasaloonqee 2 : 1 &#8211; 11<\/li>\n<li>2 Qoronxoos 15 : 51 &#8211; 57; Yohannis 14 : 1 &#8211; 6<\/li>\n<li>H.Ergamootaa 1 : 11; Maatewoos 24 : 30<\/li>\n<li>M.Yohaannis 1 : 7; Yohannis 21 : 23<\/li>\n<li>Maatewoos 24 : 42 &#8211; 44; 1Yohannis 3 : 2 &#8211; 3<\/li>\n<li>Akka hojii keetti kan sitti murteessuuf , sii murteessu Kiristoos Iyyesuusidha. 2.Qoronxoos 5 : 10.<\/li>\n<\/ul>\n<\/li>\n<\/ol>\n<p>\u00a0<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Utuu Addunyaan hin uumamin dhalli namaafi ergamoonni qulqulloonni haala hin beekneen Abbaa isaa isa samii irraa haadha malee dhalate. (Far. 2 : 7) Addunyaa booda durbee Maariyaamii irraa Abbaa malee dhalate.Luqaas 2 : 6 &#8211; 11 Uumaa (Waaqadha)kana sagalee Barumsaatiif Hojiiwwan Isaa Irraa Beekameera. Utuu Addunyaan hin uumamin dura amalummaa abbaa isaa wajjin ture. Yohaannis &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/iyyesuus-kiristoos-eenyudha\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">IYYESUUS KIRISTOOS EENYUDHA?<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":0,"menu_order":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","template":"","meta":{"footnotes":""},"class_list":["post-912","page","type-page","status-publish","hentry"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/912","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=912"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/pages\/912\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=912"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}