{"id":1368,"date":"2020-02-13T00:03:35","date_gmt":"2020-02-12T21:03:35","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1368"},"modified":"2020-02-13T00:03:35","modified_gmt":"2020-02-12T21:03:35","slug":"waaee-ol-ilaalani-kadhaachu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/02\/13\/waaee-ol-ilaalani-kadhaachu\/","title":{"rendered":"Waa&#8217;ee Ol ilaalani Kadhaachu"},"content":{"rendered":"\n<p>Maqaa Abbaaa Ilmaa Afuraa qulqulluu Waaqa tokkoon Ameen! Maatiiwwaan Waaqayyoo, Ijoollee haadha keenya qulqulleetti dubroo Maariyamii, Egumsaa ergamoottaan kan jiraatan biyyaa keessas ta&#8217;ee biyyaa ormaa jiraatan hundii keessa nagaan Waaqayyoo isaa hundaa danda&#8217;ee bakkaa jiraataan maratti isiinif haa baay&#8217;aattu. Barumsii har&#8217;a<br \/>Waa&#8217;ee Ol ilaalani Kadhaachu Caaqasa muraasa<\/p>\n\n\n<p><strong>Faarsaa Dawwit 122:1-7<\/strong> =&gt;&#8221;Iji koo gara gaarotaatti ol ni ilaala, gargaarsi koo eessaa dhufa? Gargaarsi koo Waaqayyo biraa ni dhufa; inni immoo isa bantiiwwan waaqaa, lafas uumedha. Inni miilli ke akka sigigaatu hin godhu, inni si eegus hin mugu. Kunoo, Inni Israa&#8217;elin eguu, matumaa hin mugu, hin rafus&#8230;.&#8221;<br \/><strong>Wangellaa Qulqulluu Maarqos 6:41<\/strong> &#8220;Buddeena shananiifi qurxummii lamaan fuudhee gara waaqaatti ol ilaalee, eebbisees. Buddeena sana cabsee namootaaf akka dhi&#8217;eessaniif bartoota isaatti kekkeenne; qurxummii lamaanis hunduma isaaniitiif hirsiise.<br \/><strong>Wangellaa Qulqulluu Yohanniss 11: 41<\/strong>=&gt; &#8220;&#8230;Iyeesuus garuu ol ilaalee, &#8216;Yaa abbaa! anaaf dhaga&#8217;uu keetiif sin galateeffadha. Akka ati yeroo hundumaa anaaf dhageessu, ani beekeera, garuu namoonni as dhaabatan kun, akka ati ana ergite haa amananiifan kana dubbadhe&#8217; jedhe.'&#8221;<br \/><strong>Wangellaa Qulqulluu Yohanniss 17:1<\/strong>=&gt; &#8220;&#8230;Iyeesuus gara waaqaatti ol ilaalee &#8216;Yaa abbaa, yerichi ga&#8217;eera, ilmi kee ulfina akka siif kennuuf, ilma kee gara ulfinaatti ol fudhadhu.&#8221;https:\/\/learnonces.000webhostapp.com\/2020\/02\/waaee-ol-ilaalani-kadhaachu<br \/>Galanni Waaqayyof haa ta&#8217;u. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Maqaa Abbaaa Ilmaa Afuraa qulqulluu Waaqa tokkoon Ameen! Maatiiwwaan Waaqayyoo, Ijoollee haadha keenya qulqulleetti dubroo Maariyamii, Egumsaa ergamoottaan kan jiraatan biyyaa keessas ta&#8217;ee biyyaa ormaa jiraatan hundii keessa nagaan Waaqayyoo isaa hundaa danda&#8217;ee bakkaa jiraataan maratti isiinif haa baay&#8217;aattu. Barumsii har&#8217;aWaa&#8217;ee Ol ilaalani Kadhaachu Caaqasa muraasa Faarsaa Dawwit 122:1-7 =&gt;&#8221;Iji koo gara gaarotaatti ol ni &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/02\/13\/waaee-ol-ilaalani-kadhaachu\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Waa&#8217;ee Ol ilaalani Kadhaachu<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[3],"tags":[],"class_list":["post-1368","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-barumsaa"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1368","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1368"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1368\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1368"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1368"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1368"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}