{"id":1386,"date":"2020-03-12T19:32:30","date_gmt":"2020-03-12T16:32:30","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1386"},"modified":"2020-03-12T19:32:30","modified_gmt":"2020-03-12T16:32:30","slug":"guyyaan-sifis-ni-dhufa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/03\/12\/guyyaan-sifis-ni-dhufa\/","title":{"rendered":"Guyyaan sifis ni dhufa"},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-embed-youtube wp-block-embed is-type-rich wp-embed-aspect-16-9 wp-has-aspect-ratio\"><div class=\"wp-block-embed__wrapper\">\n<iframe loading=\"lazy\" title=\"Guyyaan sifis ni dhufa\" width=\"474\" height=\"267\" src=\"https:\/\/www.youtube.com\/embed\/wshwh8c18AM?feature=oembed\" frameborder=\"0\" allow=\"accelerometer; autoplay; clipboard-write; encrypted-media; gyroscope; picture-in-picture; web-share\" referrerpolicy=\"strict-origin-when-cross-origin\" allowfullscreen><\/iframe>\n<\/div><\/figure>\n\n\n<p>Jireenya nama keessatti yeroo tokkoof lama miti namni haallafi bifa garagaraan kan nutti hin yaadnen nu simataniruu. Haa ta&#8217;uu malee, nuutti rakkoo arginee sana keessa darbinee kuno har&#8217;aas jiraacha jira.<br \/>Kallessaa keessa darbittee har&#8217;a jiraachuun kee jireenya kee keessatti akka ati abdii haaraan gara fulduraatti kaatuf si ciimsa. Akkumaa warqiin abidaan ilaalamu, rakkoon hangaa nutti hin yaadne yoo nu mudattees jabbinaan keessa darbuun ciminaa ajaa&#8217;ibsisaa akka qabnuuf mirkaneessaa.<br \/>Ati egaa har&#8217;a haalla garagaraan rakkoofi gidiraan si mudataa jira tannaan boor ifni addaa akka bahuu hin dagattin. Har&#8217;ii kee dukkanaa yoo fakkattee iyyuu boor kee garuu ifaa cimaa si egataa. Ifaa bira gahuufis dukkanaa har&#8217;a ittin marfamtee kana injifaachuu danda&#8217;uun sirraa jiraata.<br \/>Namni nama ta&#8217;ee kan namatti hin darbinee hin jiru; haa ta&#8217;uu malee, dhimmi inni guddaan namni yeroo seeraan alaa sitti darbuutti, ati bakka kuufte kattee jabaatte miila laman dhabaachuuttu sirraa egamaa. Yeroo ati jabaattee dhabbattu inni sitti darbuu kun abdii kuutachuufi sitti darbuu isaaf yeroo gabbiin isaa waan ga&#8217;ee fakkataa. <\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Jireenya nama keessatti yeroo tokkoof lama miti namni haallafi bifa garagaraan kan nutti hin yaadnen nu simataniruu. Haa ta&#8217;uu malee, nuutti rakkoo arginee sana keessa darbinee kuno har&#8217;aas jiraacha jira.Kallessaa keessa darbittee har&#8217;a jiraachuun kee jireenya kee keessatti akka ati abdii haaraan gara fulduraatti kaatuf si ciimsa. Akkumaa warqiin abidaan ilaalamu, rakkoon hangaa nutti hin &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/03\/12\/guyyaan-sifis-ni-dhufa\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Guyyaan sifis ni dhufa<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[6],"tags":[],"class_list":["post-1386","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-dirsaanee-ergamoota"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1386","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1386"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1386\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1386"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1386"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1386"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}