{"id":1420,"date":"2020-04-17T15:36:35","date_gmt":"2020-04-17T12:36:35","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1420"},"modified":"2020-04-17T15:36:35","modified_gmt":"2020-04-17T12:36:35","slug":"guyyaa-fannifamuu-gooftaa-keenya","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/04\/17\/guyyaa-fannifamuu-gooftaa-keenya\/","title":{"rendered":"Guyyaa fannifamuu Gooftaa keenya"},"content":{"rendered":"\n<p>Maatiiwwaan Waaqayyoo; Baga hundii keessan caba lafee, buruquu foonii dhangala&#8217;uu dhiigaa Kiristoos isiin bararree guyyaa inni ofi isaatti waa&#8217;ee keenyaaf jedhee: Nuuf cabee, nuuf buruqqee, dhiigaasaa qulqulluuf nuuf jedhee dhangalassee, maddaa keenyaa fayyisuuf jedhee nuuf madda&#8217;ee, bilisaa nuu baassuf jedhee akka garbichaa ta&#8217;ee Guyyaa Fannifamuu isaattin isiin ga&#8217;ee. Guyyaa har&#8217;a: (Mat. 27 : 1 &#8211; 65 ) Guyyaa itti kennaa haadhumaa argannee (Yoh. 19:26 &#8211; 27) Guyyaa itti Kiristoos cinaachi isaa nuf waraanamee (Yoh. 19:34) Guyyaa itti Kiristoos garbummaa seexanaa jala Adaamifi ilmaan isaa hundaa bilisaa baassedha, Guyyaan har&#8217;aa guyyaa itti raajjin gurguddaa ta&#8217;eedha. Guyyaa itti biiftuun dukkanoofteedha, Guyyaan Yihudaan haxxumaan jannataan gala jedhee Si&#8217;ool jalqabaa liixedha, Guyyaan itti Addam sirnaa kadhannaa &#8220;Kadhannaaf ka&#8217;aa&#8221; jedhedhaa. Guyyaa itti dhali nama bilisummaa argatteedha. Yaa ijoollee Waaqayyo, Kiristoos si&#8217;aa tokkoofi si&#8217;aa tokkoo qofa fayyinaafi dhiigaafi foon isaa si latee jira. Kunis fayyinaa lafa irraa hin deebi&#8217;amneedha. (Gal 4:4-7, 5:1, ) Yaa nama dagattee lamaffaa kiristoos fannoorratti du&#8217;ee na fayyisaa jedhee bittaafi garbummaa seexanna jala akka of hin galchinee. Kiristoos lamaaffaa kan inni dhufuu murtee dhumaaf malee du&#8217;aa lamaffaa sif du&#8217;uuf miti. Yaadan qabbi hin dagattin Kiristoos tokkoo qofa sif du&#8217;ee jira. Inni Waaqadha akka ati fayyinaa bara baraa argattuu sif du&#8217;ee. Waddaa Addaamiifi Ijoollee isaaf galee rawwaatte. Ati har&#8217;aa lakkii hin ta&#8217;uu jette harkaa seexanna jala akka of hin galchinee. Gara Waaqayyootti yeroon deebi&#8217;aan har&#8217;a; har&#8217;a keessas amma akkuma qulqulluun Phawuloos jedhee gara fayyinatti deebi&#8217;aa. Waaqayyon kan yeroo kanan nu ga&#8217;ee ammas guyyaa du&#8217;aa ka&#8217;umsaa isaan nu ga&#8217;uun akka nutti &#8220;Kiristoos Du&#8217;aa Mo&#8217;ee ka&#8217;eerraa&#8221; jenne isa faarfannuu nu haa taasisu. Eebbii Abbaa, Jaalalii Ilmaa tokkichumaan Afuurraa qulqulluu, kadhannaan haadha keenya qulqulleetti dubro Maariyaam, Eegumsii ergamoota qulqulluu, kadhannaan dukkaa bu&#8217;oota, kan raajjota, kan abbootaa qulqulluu biyya keenya Itiyoophiyaa, amantaa keenya kirstaana Ortodooksii, ummataa kiristaana maraa bakka jiruufi jiraannutti nuuf haa baay&#8217;aattu. Ameen.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Maatiiwwaan Waaqayyoo; Baga hundii keessan caba lafee, buruquu foonii dhangala&#8217;uu dhiigaa Kiristoos isiin bararree guyyaa inni ofi isaatti waa&#8217;ee keenyaaf jedhee: Nuuf cabee, nuuf buruqqee, dhiigaasaa qulqulluuf nuuf jedhee dhangalassee, maddaa keenyaa fayyisuuf jedhee nuuf madda&#8217;ee, bilisaa nuu baassuf jedhee akka garbichaa ta&#8217;ee Guyyaa Fannifamuu isaattin isiin ga&#8217;ee. Guyyaa har&#8217;a: (Mat. 27 : 1 &#8211; &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/04\/17\/guyyaa-fannifamuu-gooftaa-keenya\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Guyyaa fannifamuu Gooftaa keenya<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":1421,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[3],"tags":[],"class_list":["post-1420","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-barumsaa"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1420","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1420"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1420\/revisions"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1420"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1420"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1420"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}