{"id":1460,"date":"2020-05-21T23:26:44","date_gmt":"2020-05-21T20:26:44","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1460"},"modified":"2020-05-21T23:26:44","modified_gmt":"2020-05-21T20:26:44","slug":"iccitii-qurbaana","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/05\/21\/iccitii-qurbaana\/","title":{"rendered":"Iccitii Qurbaana"},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-image size-large is-style-default\"><img decoding=\"async\" src=\"https:\/\/afanoromobatch.files.wordpress.com\/2020\/05\/iccitii-qurbaana.png?w=1024\" alt=\"\" class=\"wp-image-1461\" \/><\/figure>\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Iccitii Qurbaanaa<br \/>Qurbaana jechi jedhu Jechaa Girik yeroo ta\u2019u hiikni isaas<br \/>\u2022 Kennaa<br \/>\u2022 Aarsaa<br \/>\u2022 Mabaa<br \/>\u2022 Balchaa<br \/>\u2022 Qabeenya waaqayyoof dhiyaatu jechuu kan ibsuudha.<br \/>Akka seera kakuu moofaa keessatti Israa\u2019eeloonni cubbuu isaaniif Waaqayyo akka araaramuuf (dhiisuuf) kan dhiyeessan aarsaa qurbaana ture.<br \/>Kakuu haaraa keessatti qurbaanni aarsaa waaqayyo ilmaan namaaf dhiyeesseedha.<br \/>Kakuu haaraa keessatti qurbaanni dhiigaafi foon gooftaa keenya I\/Kiristoosiidha. (Yoh. 6:35, 1Qor. 5:7)<br \/>Kunis guyyaa kamisaa galgalaa kan jalqabeedha,( Mat. 26:26-28, 1Qor. 11:23-24) irratti kana yaadannoo kootiif godhaa jechuun isaa gidiraan ani fannoo irratti arge hunda, addunyaa maarri akka itti fayyuuf fooniifi dhiiga koo isinii kennuu koo yaadadhaa jechuu isaati, malee dhiignifi foon gooftaa nuti fudhannu, kan fayyina bara baraa itti argannu malee yaadannoof goona jechuu miti.<br \/>Fakkeenyummaa Iccitii Qurbaana kakuu Moofaa keessatti<br \/>Bara seera kakuu moofaatti abbootiin<br \/>\u2022 Beeyladoota irraa aarsaa (Ba\u2019u. 29:39, Lew. 7:20 -30, Far. 49:8, 1Mot. 18:32 &#8211; 38)<br \/>\u2022 Miidhaan irraa ammo qurbaana qopheessuun Waaqayyoof aarsaa dhiyeessa turan (Kuf. 5:1)<br \/>Kunis kan qophaa\u2019u guyyaa sanbataafi guyyaa ayyana gara garaatti ture.<br \/>Hangafti lubootaa jalqaba cubbuu isaaf itti aansuun cubbuu uummataaf kadhata (Ibro. 7:27)<br \/>\u2022 Aarsaa Malkatsedeqii (Uma. 14:18-21, Ibro. 7:1, Ibro. 10:4)<br \/>\u2022 Hoolaan faasikaa akka fakkeenya qurbaana kakuu haaraatti fudhatamu. (Ba\u2019u. 12:3-6)<br \/>Qurbaana kakuu haaraa keessatti<br \/>Ilmaan Waaqayyoo erga taaneen booda jaalalaan, fooniifi dhiiga isaa, qurbaana qulqulluu nu hunduu akka kabajamnuuf jecha warra amananiif fayyina jireenyaa kan argamsiisuudha.<br \/>Aarsaan kunis bara hanga baraatti hin jijjiiramuu kanaafis \u2018Aarsaa wangeelaa\u2019 jedhamee waamama.<br \/>Qulqulluun Phaawuloosis kanumaaf jechaa \u2018Warra qulqullaa\u2019uuf jiraniif hanga bara baraatti kan ta\u2019u aarsaa takkittii dhiyeesse.\u2019 (Ibr. 10:14). Kanaaf foon isaafi dhiigni isaa hardha mana Kiristaanatti yeroo hundaa ni qophaa\u2019a, jijjiiramees nyaataafi dhiiga gooftaa I\/Kiristoos ni ta\u2019a, lubootnis maatii waaqayyoof ni kennu.<br \/>\u2022 Yeroo hundaa kan isa hin nyaannee jireenya bara baraa waan hin qabneef. (Yoh. 6:53)<br \/>\u2022 Kan isarraa nyaatu hin beela\u2019us hin dheebotus (Yoh. 6:35)<br \/>Gooftaan keenya I\/Kiristoos \u201cAni kanan isiniif laadhu biddeena Museen isiniif kennu miti kan ani isiniif laadhu buddeena jireenya kan barri hin dangeessine kan guyyaan hin jijjiireedha\u2026 kanaafuu Namni dhiigaafi foon koo fudhate bara hanga baraatti ni jiraata\u201d (Yoh. 6:31)<br \/>Kennaan Qurbaanan argamu:<br \/>\u2022 Cubbuu irraa nama dhiiqa (Ibro. 9:14)<br \/>\u2022 Jireenya bara baraa laata. (Yoh. 6:53, Rom. 11:21-24)<br \/>\u2022 Haqamaa cubbuu laata. (Maat. 26:17, 1Qor. 10:17)<br \/>\u2022 Luugama cubbuu ta\u2019ee tajaajila, kennaa afuura qulqulluu waan nu laatuuf cubbuu ni laganna. (1Yoh. 6:53-55)<br \/>\u2022 Gidiraa gooftaa irra ga\u2019e nama yaadachiisa. (Luq. 22:19)<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Iccitii QurbaanaaQurbaana jechi jedhu Jechaa Girik yeroo ta\u2019u hiikni isaas\u2022 Kennaa\u2022 Aarsaa\u2022 Mabaa\u2022 Balchaa\u2022 Qabeenya waaqayyoof dhiyaatu jechuu kan ibsuudha.Akka seera kakuu moofaa keessatti Israa\u2019eeloonni cubbuu isaaniif Waaqayyo akka araaramuuf (dhiisuuf) kan dhiyeessan aarsaa qurbaana ture.Kakuu haaraa keessatti qurbaanni aarsaa waaqayyo ilmaan namaaf dhiyeesseedha.Kakuu haaraa keessatti qurbaanni dhiigaafi foon gooftaa keenya I\/Kiristoosiidha. (Yoh. 6:35, 1Qor. &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/05\/21\/iccitii-qurbaana\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Iccitii Qurbaana<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[3],"tags":[],"class_list":["post-1460","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-barumsaa"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1460","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1460"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1460\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1460"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1460"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1460"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}