{"id":1609,"date":"2020-07-14T08:38:42","date_gmt":"2020-07-14T05:38:42","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1609"},"modified":"2020-07-14T08:38:42","modified_gmt":"2020-07-14T05:38:42","slug":"waadaafi-araarsummaa-qulqullootaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/14\/waadaafi-araarsummaa-qulqullootaa\/","title":{"rendered":"Waadaafi Araarsummaa Qulqullootaa"},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" src=\"https:\/\/afanoromobatch.files.wordpress.com\/2020\/07\/waadaafi-araars.png?w=1024\" alt=\"\" class=\"wp-image-1610\" \/><\/figure>\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waadaafi Araarsummaa Qulqullootaa<br \/>Waadaafi araarsummaan qulqullootaa yeroo hundaaf kan jiraatuudha. Kanas yemmuu jennuu, qulqullootni kan Waaqayyoon waliin walitti nama araarsan, yeroo lubbuun jiranis, erga boqotanis. Yeroo lubbuun jiranitti, araarsummaan isaan raawwatan hedduu kan ta&#8217;e fi seenawwan araarsummaa isaanis, kitaaba irraa baldhinaan kan hubannuudha. Araarsummaa qulqullootaa erga boqotani boodas ammoo kan itti fufu ta\u2019u isaa<br \/>\u2022 Mul. 14:13 &#8220;Hojiin isaanii isaan faana bu\u2019a jechuun qulqulluun Yohaanis mul\u2019ataa isaa keessatti ibsee jira.<br \/>Dabalataanis, qulqullootni erga boqotanii booda araarsummaan isaanii kan itti fufu ta&#8217;uusaa, seenawwan kitaaba qulqulluu irraa nu hubachisan keessaa, muraasa qofa kaasun ni danda&#8217;ama. Isaan keessaa tokko. Raaja Eelsaafi seenaa namicha du&#8217;eeti. Raajaa Eelsaan yemmuu lubbuun turetti, nama du\u2019e du&#8217;aa akkuma kaase. erga boqotee booda kennaan akkasii sun akka irraa hin fudhatamne, dabalees, nama biraa kan du&#8217;e akka kaase, seenaa kanaa gadii kana irraa ni hubanna.<br \/>\u2022 Ergasii Elsaan du&#8217;ee ni awwaalame,waggaa isatti aanee dhufutti ji&#8217;a birrati, saamtonni Mo\u2019aab, biyya sana ni lixan, yeroo sanatti jarreen tokko nama awwaaluuf dhaqan warra saamtota sana erganii reeffa namicha holqa Elsaa&#8217;i itti awwaalametti ni darbatan. reefi namichaa garuu, lafee Elsaa\u2019itti akkuma bu\u2019en lubbuun isaa itti deebite, kanaaf: namichi ka\u2019ee ni dhaabate (2Mot 13:20).<br \/>Akkasumas ammoo, yeroo fooniin turetti namoota gara Waaqayyooti araarsaa kan ture Abirahaam, (Uma. 20:7, Uma 18:25), erga boqote boodas hojii akkasii kana itti fufuu ta\u2019uu isaa kitaabarraa ni hubanna. Kunis,<br \/>\u2022 Seenaa Alaazariifi Nawee ilaaluun ni danda&#8217;ama (Luq. 16:19). Duuka bu&#8217;aa<br \/>\u2022 Qulqulluu Yihudaan ergaa isaatiin kan ibse, (Yihuudaa 1:14), Heenook kitaaba isaarratti akkas jedha &#8220;iji koo bakka ergamootaafi qulqulluuwwan wajjin jiraatu arge, ilmaa namaafis cimsanii kadhatu&#8221; (Henook 9:22) jechuun araarsummaa qulqullootaa Ibseera.<br \/>\u2022 Gaara Taaboor irrattii Museefi Eeliyaas akka argamanii Iyyesuus wajjin dubbatan dhagahee Pheexroos, maaloo godoo sadii haa ijaarru. tokko Museef. tokko Eeliyaasiif tokko si&#8217;iif akkuma jedhe (Maat 17: l). (Muldhata Yohannis 6:9).<br \/>Waaqayyoo qulqulloota hundaaf waadaa galeeraaf.<br \/>\u2022 Kanan filadhe waliin waadaa seeneera&#8221; (Faar 88:3), akkuma jedhu, Waaqayyo namoota isaaf amanaman hundaaf waadaa galeera, jechuudha.<br \/>\u2022 Waadaan seene hin diigu waanan dubbadhe hin jijiiru. akkuman Dawititti hime yeroo tokko qulqullummaa kootti dubbadheera (Faar 88:34) jedha.<br \/>Waadaa qulqullootaa irraa akka fayyadamnu kitaabni:<br \/>\u2022 &#8220;Isaan xixinnaayyoo kana keessaa isa tokkoof maqaa duuka bu&#8217;oota kootiin bishaan qahbanaa&#8217;aa qofa kan obaasu, yoo jiraate dhugaa isinan jedha, gatiisaa hin dhabu&#8221;(Mat. 10:42).<br \/>Kana olittis, Gooftaan duuka bu&#8217;ootaaf, gaafa ardii fi samii dabarsuuf dhufu, akka isaan namoota irratti murteessanis aangoo kenneefii jira.<br \/>\u2022 Dhuguman isinitti hima kan na duuka butan isin dhaloota isa lammaffaatti ilmi namaa teessoo isaa kabajaa irra yemmuu taa\u2019etti, isinis teessoo kudha lamaan irra ni teessu gosoota Israa&#8217;el 12 irrattis ni murteessitu (Maat 19:28)<br \/>Qulqullootni waadaa yemmuu lubbuun jiran kennameef sanatu, araarsummaaf gargaara malee erga du\u2019anii booda soomuun, bu&#8217;anii ba\u2019uun, dadhabuun ni jira jechuuf miti. Solomoonis,<br \/>\u2022 Namni tolaan (qulqulluun) erga du\u2019ee booda, namoota hamoo lubbuun jiraatan irratti ni murteessa (Kitaaba ogummaa 4:16) jedha.<br \/>Raajaa Museenis immoo, Waaqayyoon yoo kadhatu.<br \/>\u2022 Abboota keenya Abrahaam, Yisihaaq Yaaqoob yaadadhu jedhee kadhateera (Ke. De. 13:14).<br \/>\u2022 Wangeela Luqaas 1:71 irrattis, &#8220;waadaa abboota keenyaa yaadate&#8221; jedha.<br \/>\u2022 Hojiin araarsummaa kan jiru garuu, hanga ardiifi samiin kun darbutti malee, sana booda ni dhaabbata (Hiz. 14:20).<br \/>Waaqayyoo yeroo nutti lubbuun jiruutti waan gaarii hojjenne gara isaatti deebinne dhaaltu mootummaa isaa hirmaattu maddii isaa kan bara baraa nuu haa taasisu.<br \/>Galanni Waaqayyoof haa ta\u2019u. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Waadaafi Araarsummaa QulqullootaaWaadaafi araarsummaan qulqullootaa yeroo hundaaf kan jiraatuudha. Kanas yemmuu jennuu, qulqullootni kan Waaqayyoon waliin walitti nama araarsan, yeroo lubbuun jiranis, erga boqotanis. Yeroo lubbuun jiranitti, araarsummaan isaan raawwatan hedduu kan ta&#8217;e fi seenawwan araarsummaa isaanis, kitaaba irraa baldhinaan kan hubannuudha. Araarsummaa qulqullootaa erga boqotani boodas ammoo kan itti fufu ta\u2019u isaa\u2022 Mul. 14:13 &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/14\/waadaafi-araarsummaa-qulqullootaa\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Waadaafi Araarsummaa Qulqullootaa<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":1610,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[3],"tags":[39,89,93,94,113,117],"class_list":["post-1609","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-barumsaa","tag-ayyaanotaa-ortodooksii","tag-ortoodoksii","tag-qulqullootaa","tag-qulqulluu","tag-tawahidoo","tag-yaadannoo-qulqullootaa"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1609","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1609"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1609\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1609"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1609"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1609"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}