{"id":1619,"date":"2020-07-14T21:44:40","date_gmt":"2020-07-14T18:44:40","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1619"},"modified":"2020-07-14T21:44:40","modified_gmt":"2020-07-14T18:44:40","slug":"waaee-ergamoota-waaqayyoo","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/14\/waaee-ergamoota-waaqayyoo\/","title":{"rendered":"Waa&#8217;ee Ergamoota Waaqayyoo"},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" src=\"https:\/\/afanoromobatch.files.wordpress.com\/2020\/07\/waaee-qulqulloota.png?w=1024\" alt=\"\" class=\"wp-image-1620\" \/><\/figure>\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waa&#8217;ee Ergamoota Waaqayyoo<br \/>Ergamootni guyyaa dilbataa amala akka qillensaafi ibiddummaa qabaniin kan hin jirre irraa, gara jiranitti kan dhufaniidha\/uumamaniidha.(Far.104:4)<br \/>Waaqayyo halkan Dilbatatti barii sa&#8217;aatii 9ffaa irraa eegalee,ergamoota gosa 100 godhee uume. Baay&#8217;inni ergamoota gosa tokkoo qofti, hanga baay&#8217;ina copha roobaa addunyaan uumamee hanga dabartutti jiranuuti.<br \/>Kanaaf<br \/>\u2022 sammuun namaa baay&#8217;ina isaanii lakkaawee bira hin gahu (Iyyoob 25:3; Erm 33:22).<br \/>Waaqayyo isaan uumee, gosa 10&#8217;n kudhaniin magaalota \/samii 3 irra qubachiise (Kitaaba Aksimaaros). Isaanis,<br \/>\u2022 Iyyoor,<br \/>\u2022 samii Raamaafi<br \/>\u2022 Samii Erer jedhamu.<br \/>Waaqayyo ergamoota erga uumee booda, jalaa dhokate. Beekumsa qabaniin barbaadanii isa akka argataniif. Saaxinaa\u2019el\/Seexanni\/ hangafa ergamoota hundaa ture; Waaqayyo isaan jalaa dhokachuu arginaan, sobaan anatu isin uume; anaaf sagadaa jedhee ergamootatti dubbate. Kanaanis, gadi darbatame, hangafummaan isas Qulqulluu Mikaa&#8217;eelif kenname.<br \/>Lolli guddaan samiirratti ta&#8217;e Mikaa&#8217;el ammoo, raayyaa isaa waliin Seexana ni moo&#8217;e. Ergamoonni afuurota, hin fuudhan hin heeruman, wal hin horan, saala hin qaban, hin du&#8217;an, hin dullooman.<br \/>\u2022 Ergamootni ga&#8217;een isaanii inni guddaan, boqonnaa malee Waaqayyon galateeffachuu, ergamuu, kadhannaa fi aarsaa amantootaa gara Waaqayyoo<br \/>\u2022 Olbaasu (Duuk.10:4, Xoobit 12:15, Mul.8:4),<br \/>\u2022 Ergamootni ni araarsu (Mi 18:10, Zak 1:12).<br \/>\u2022 Ergamootni missiraachoo himu (Luq. I :26).<br \/>\u2022 Yeroo dhiphinnaa nuuf qaqqabu, nu fayyisus, balaa jalaa nu oolchu (Faarfannaa 33\/34:7)<br \/>\u2022 Ergamootni nama akka ajaja Waaqayyootti hin adeemne ni adabu (Bau 3:20, Lakk. 22:22-31, 2Sam 24:16,).<br \/>Gooftaan keenya Iyyesuus kiristoosis akka dhalatu, kan Qulqulleettii Dubaroo Maariyaamitti hime ergamaa Gabri&#8217;eelidha jenneerra. Yemmuu itti himus, galateeffannaafi jechoota kabaja ibsanitti fayyadamuudhan, misraachoo itti hime. Wangeela Luqaas irratti akkuma ibsame, ergamaan kun gara Luba Zakariyasitti ergamee &#8220;Zakkariyaas, baga gammadde kadhannaan kee dhagahameera, haati warraa kee ni ulfoofti; ilmas ni deessi maqaan isaas, Yohaannis jedhama&#8221; jedhee yemmuu itti himutti, Zakaariyaas &#8220;ani manguddoo dadhabaadha yeroon daa&#8217;ima itti dhalchuu danda&#8217;us darbeera&#8221; jedhee yoo deebii deebisuuf, ergamaan Gabr&#8217;eeliinis &#8220;waan dubbii koo amanuu diddeef, hanga kanan ani sitti hime kun ta&#8217;utti, arrabni kee duudaa ni ta&#8217;a&#8221; jedheenii jira (Luq 1:8-21).<br \/>\u2022 Du&#8217;aa ka&#8217;uu gooftaa Iyyasuus namootaaf kan ibsan, akkasuma ergamootadha (Mat 28:5-7,Yoh 20:11-14).<br \/>\u2022 Mana hidhaas banuudhaan kan duuka bu&#8217;oota gooftaa hiikan, ergamtoota (Duuk.5:19).<br \/>Kanuma hundaaf, manni kiristaanaa keenya ergamoota ni kabajji, araarsummaa isaanittis ni amanti. Ni oolchu kan jedhuuf ammoo, Faarsaa Daawit akkasitti ifa godhee kaa&#8217;eera.<br \/>\u2022 &#8220;Ergamaan Waaqayyoo naannoo warra Waaqayyoon sodaataniitti ni buufata, inni isaan ni oolchas&#8221; Far 34:7. Jedha.<br \/>\u2022 Qulqulluu Phawuloosis, gooftaan ergamaa isaa ergee akka harka Heeroodisiifi ummata Yihuudootaa Phaawuloos irratti hammeenyi akka ta&#8217;uuf irraa akka baraare, barraa&#8217;ee jira (Duuka 12:11).<br \/>\u2022 Seera lakkoofsa 20:16 irrattiis &#8220;Nutis ni iyyine, Waaqayyos ergamaa isaa ergee nu baase &#8220;jedha.<br \/>Waaqayyo ofii isaatii ajjeesuufi fayyisuu gargaarsa tokko malee ni danda&#8217;a. Haa ta&#8217;u malee, ergamoota isaatiif aangoo kenna, isaanis ajaja Waaqayyootiin ni oolchu, ni fayyisu, ni ajjeesus.<br \/>Ni ajjeesu kan jedhuuf ammoo, kitaaba qulqulluu irraa fakkeenya yoo fudhanne: Hizqi &#8216;eel yeroo Sanaakireemin sodaachifametti, ergamaan Waaqayyoo Hizqi\u2019eel akka gargaree, Sanaakireemis akka moo&#8217;ame ni hubanna(2Sen 32:21).<br \/>Galanni Waaqayyoof haa ta\u2019u. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Waa&#8217;ee Ergamoota WaaqayyooErgamootni guyyaa dilbataa amala akka qillensaafi ibiddummaa qabaniin kan hin jirre irraa, gara jiranitti kan dhufaniidha\/uumamaniidha.(Far.104:4)Waaqayyo halkan Dilbatatti barii sa&#8217;aatii 9ffaa irraa eegalee,ergamoota gosa 100 godhee uume. Baay&#8217;inni ergamoota gosa tokkoo qofti, hanga baay&#8217;ina copha roobaa addunyaan uumamee hanga dabartutti jiranuuti.Kanaaf\u2022 sammuun namaa baay&#8217;ina isaanii lakkaawee bira hin gahu (Iyyoob 25:3; Erm 33:22).Waaqayyo &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/14\/waaee-ergamoota-waaqayyoo\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Waa&#8217;ee Ergamoota Waaqayyoo<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":1620,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[3],"tags":[53],"class_list":["post-1619","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-barumsaa","tag-ergamoota"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1619","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1619"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1619\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1619"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1619"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1619"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}