{"id":1734,"date":"2020-07-19T10:55:08","date_gmt":"2020-07-19T07:55:08","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1734"},"modified":"2020-07-19T10:55:08","modified_gmt":"2020-07-19T07:55:08","slug":"ergamaa-qulqulluu-faanueel","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/19\/ergamaa-qulqulluu-faanueel\/","title":{"rendered":"Ergamaa Qulqulluu Faanu&#8217;eel"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haadhi keenya qulqulleettii Dubroo Maariyaam waggaa 3 booda gara mana qulqullummaatti yemmuu fudhatamtetti, lubni Zakaariyaas waa&#8217;ee nyaata isheef baay&#8217;ee yaadda&#8217;ee ture. Yaaddoon Luba Zakaariyas yeroo gabaabaa booda ni murame. Kunis, osoo mariirra jiranuu ergamaan Waaqayyoo Qulqulluu Faanu&#8217;el, xoofooo fi hibistii\/bexela samii qabatee dhiyaate. Lubni Zakkariyaas ergamichi xootoofi hibistii qabatee dhufe kana kan fide isaaf se&#8217;ee fudhachuuf itti adeemnaan, ergamichi jalaa fagaate. Sana booda, itti aanaan isaas yemmuu ergamcharraa hibistii kana fudhachuuf jedhu, ergamichi kan jalaa fagaatu ta&#8217;e. Booda irra wanti Waaqayyoo hin beekkamu, mee daa&#8217;ima kanaaf ta&#8217;innaa laata jedhanii yemmuu dubroo Maariyaam kophaatti gatanii jalaa, ergamichi koola tokko afee koola tokkoon ammoo golboobee, dheerina nama tokkoon laffaraa ol fuudhee obaasen. Hibistichas soore.<br \/>\u2022 Haati keenya qulqulleettii dubroo Maariyaam gara mana qulqullummaa kan seente Muddee 3 yemmuu ta&#8217;u, ergaman kunis, hibistii fi xoofoo samii kan fideef guyyuma kana.<br \/>Ergamaan qulqulluu Faanu&#8217;eel namootaaf gufuu kan ta&#8217;an Seexannaa ari&#8217;uudhaan, hanga Barbaanositti kan fageessudha. Mootiin Sooriyaa Walde Adeer Israa&#8217;eliin yemmuu of jala oolchu, Raaja Eelsas ta&#8217;ee ijoollee Israa&#8217;el baraaruuf Qulqulluu Faanu&#8217;eel, macca isaa waliin isaan keessa qubateera (2Mot 6:14. Kanaanis, ija diinaa balleessee, Eelsafi ijoolle Israa&#8217;eliif gonfoo moo&#8217;annaa itti uffisee, ija isaanii jalaa dhokateera. Ergamaan kunis, (1Mot 19:15) irratti akkuma dubbisnu, raajicha Eelsaa hirriba keessaa damaqsee bixxillee nyaadhu kan jedheenidha.<br \/>\u2022 Ayyaanni yaadannoo ergamaa qulqulluu Faanu&#8217;eel kan kabajamus, Muddee 3 fi Caamsa 3 dha.<br \/>Galanni Waaayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa ergamootaatiin nutti haa araaramu; sugni ergamaa qulqulluu Faanu&#8217;eel nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Haadhi keenya qulqulleettii Dubroo Maariyaam waggaa 3 booda gara mana qulqullummaatti yemmuu fudhatamtetti, lubni Zakaariyaas waa&#8217;ee nyaata isheef baay&#8217;ee yaadda&#8217;ee ture. Yaaddoon Luba Zakaariyas yeroo gabaabaa booda ni murame. Kunis, osoo mariirra jiranuu ergamaan Waaqayyoo Qulqulluu Faanu&#8217;el, xoofooo fi hibistii\/bexela samii qabatee dhiyaate. Lubni Zakkariyaas ergamichi xootoofi hibistii qabatee dhufe kana kan fide isaaf se&#8217;ee &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/19\/ergamaa-qulqulluu-faanueel\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Ergamaa Qulqulluu Faanu&#8217;eel<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[3],"tags":[],"class_list":["post-1734","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-barumsaa"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1734","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1734"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1734\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1734"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1734"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1734"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}