{"id":1767,"date":"2020-07-20T12:55:39","date_gmt":"2020-07-20T09:55:39","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1767"},"modified":"2020-07-20T12:55:39","modified_gmt":"2020-07-20T09:55:39","slug":"heenok","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/20\/heenok\/","title":{"rendered":"Heenok"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Heenok<br \/>Heenok jechuun haarawa jechuudha. Akka kitaaba qulqulluun nutti himutti Heenok Addaam irraa dhaloota 7ffaa irratti argama.<br \/>Addaam =&gt; Seet =&gt; Heenoos =&gt; Qaayinaan =&gt; Maalali\u2019eel =&gt; Yaareed =&gt; Heenook.<br \/>Uum.5:1-18 Innis abbaa Maatusaalaa yoo ta&#8217;u, ilmi isaa Maatusaalaanis waggaa 969 umurii dheeraa lafa kanarra nama jiraatedha.<br \/>\u2022 &#8220;Heenok deemsa isaa Waaqayyo waliin waan taasiseef hin argamne; Waaqayyo isa fuudhateera. (Ibr 11:5).&#8221;<br \/>Kanaaf, dachee jiraattotaa kan yeroo jalqabaaf gale isaadha. Heenok dhala namaa keessaa kan yeroo jalqabaaf Waaqayyo barreeffama ibseefiidha (Uum.5:21-22, Yihuda 14.).<br \/>Dhaloota Kiristoosin dura bara 1486 kitaaba jalqabaa kitaaba Heenok jedhamu barreessee jira.<br \/>Guyyaan yaadannoo ol fudhatamuu Heenook Amajii guyyaa 26. Galanni Waaqayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa araaramu; sugni isaas nu waliin haa ta&#8217;u Hanga bara baraatti Ameen.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>HeenokHeenok jechuun haarawa jechuudha. Akka kitaaba qulqulluun nutti himutti Heenok Addaam irraa dhaloota 7ffaa irratti argama.Addaam =&gt; Seet =&gt; Heenoos =&gt; Qaayinaan =&gt; Maalali\u2019eel =&gt; Yaareed =&gt; Heenook.Uum.5:1-18 Innis abbaa Maatusaalaa yoo ta&#8217;u, ilmi isaa Maatusaalaanis waggaa 969 umurii dheeraa lafa kanarra nama jiraatedha.\u2022 &#8220;Heenok deemsa isaa Waaqayyo waliin waan taasiseef hin argamne; Waaqayyo isa &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/20\/heenok\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Heenok<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[3],"tags":[],"class_list":["post-1767","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-barumsaa"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1767","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1767"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1767\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1767"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1767"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1767"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}