{"id":1833,"date":"2020-07-23T12:26:00","date_gmt":"2020-07-23T09:26:00","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1833"},"modified":"2020-07-23T12:26:00","modified_gmt":"2020-07-23T09:26:00","slug":"yaaiqoob","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/23\/yaaiqoob\/","title":{"rendered":"Yaa&#8217;iqoob"},"content":{"rendered":"\n<p style=\"text-align:justify;\">Yaa&#8217;iqoob jechuun koomee qabate jechuu yoo ta&#8217;u abbaan isaa Yisihaaq haati isaa immoo Ribqaadha. Obboleessa isaa irraa hangafumu fudhateera (Uum.25:29-34;27:1-45). Guyyaa obboleessa isaatin wal lolu baqatee fagaatee dhagaa takka boraafatee rafe. Halkan abjuun yaabbannoo\/kortuu hundeen isaa lafa dhaabbatee fiixeen isaa immoo samii gahu yeroo ergamootni Waaqayyo irra deddeebi&#8217;an ni arge. Waaqayyoo immoo fiixee kortichaa irra dhaabatee ture. Waaqayyos, &#8220;Waaqni abbaa kee Yisihaaq kan Abrahaam ana Waaqayyodha. lafa ati irra ciifte kanas siif sanyii keef nan kenna. Sanyiin kees akka cirracha lafaa ni ta&#8217;a&#8221; jedhe waadaa galeef. Yaa&#8217;iqoob ganama obboroodhan ka&#8217;ee dhagicha mataa isaa jala kaa&#8217;atee fuudhee utubaa seenaa godhee ol qajeelchee dhaabee zaayita ejersaa irratti dhangalaase. Maqaa iddoo sanaas Beetel jedhee.<br \/>Beetel jechuun isaas mana Waaqayyoo jechuudha. Duraan garuu gandi sun Loozaa jedhamaa ture. (Uum. 28: 11-22)<br \/>Ka&#8217;ee gara Sooriyaa gara Laabaa deeme. Laabaan obboleessa haadha isaati. Yemmu Sooriyaa gahu Raaheel hoolota oofaa dhufte; fuudhe dhungate. Yeroo kana Raaheel dhaqxee abbaa isheetti himte. Laabaan Yaa&#8217;iqoobiin simate. Erga ji&#8217;a tokko isa bira turee booda firaa koo yoo taates akkamiin tola na tajaajilta, mindaan kee maalidha?&#8221; jedhee isa gaafate. Yaa&#8217;iqoobis, &#8220;Raaheliin natti heerumsiisi kanaaf immoo waggaa 7 siin tajaajila,&#8221; jedheen. Laabaanis, &#8220;Tole, nama biraaf hangan kennu siif yoon kenne naa wayya,&#8221; jedheeni. Waggaa 7 booda abbaan akkamittan osoo hangafti jirtuu quxusuu itti heerumsiisa jedhee Liyaa itti heerumsiise. Yaa&#8217;iqoob ganama ka&#8217;ee yoo ilaalu Raaheel miti. Sana boodas<br \/>wagga 7 tajaajilee Raaheel fuudheera. Yemmuu kanas obboleessi isaa Eesaawu isa simachuuf dhufeera. Walittis waldhaansoo qabatee ebbifamee maqaan isaas Yaa&#8217;iqoob irraa gara Israa&#8217;elitti jijiirameera (Uum.35:10).<br \/>Israa&#8217;eel jechuun Waaqayyo waliin waldhaansoo kan qabu jedhuudha (Uum 32:28). Yaa&#8217;iqoob ijoollee 13 argate. Kitaabni 12 jedhus bara sanatti waan dubartiin hin lakkaawamneef akkas jedha. Yaa&#8217;iqoob dubartii Diinaa jedhamtu kan Liyaa irraa dhalche ni qaba. kan lakkoofsa keessaa hafes isheedha.<br \/>Nama 6 Liyaarraa isaanis<br \/>\u2022 Roobel,<br \/>\u2022 Simoon,<br \/>\u2022 Leewii,<br \/>\u2022 Yihuudaa,<br \/>\u2022 Yisaakoor,<br \/>\u2022 Zaabloon.<br \/>Ijoollee 2 Raaheel irraa, isaanis<br \/>\u2022 Yooseef fi<br \/>\u2022 Biiniyaam,<br \/>Baalaa, gargaartuu Raaheel irraa immoo<br \/>\u2022 Daanii fi<br \/>\u2022 Niftaaleem dhalche.<br \/>Ijoollee lama immoo gargaartuu Liyaa Zalafuu irraa argateera; isaanis:<br \/>\u2022 Gaadi fi<br \/>\u2022 Aseeridhma<br \/>Dhuma irratti sababa Yooseefiin biyya Misirii dhaqee achitti boqate. Ilma isaan garuu &#8216;yeroo guyyaan boqonnaa koo gahu biyya kanatti na hin awwaaliin&#8217; jedhee biyya isaatti akka isa awwaalu akeekkachiiseera. Ijoollee Yooseef Miinaasee fi Efreemiin erga eebbiseefi booda waggaa 147 tti boqote. Yooseefis saraggallaan\/gaanidhaan fuudhee bakka awwaala abboota isaa Kana&#8217;aanitti awwaalerraa (Uma. 48)<br \/>Galanni Waaqayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa<br \/>araaramu; sugni isaas nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Yaa&#8217;iqoob jechuun koomee qabate jechuu yoo ta&#8217;u abbaan isaa Yisihaaq haati isaa immoo Ribqaadha. Obboleessa isaa irraa hangafumu fudhateera (Uum.25:29-34;27:1-45). Guyyaa obboleessa isaatin wal lolu baqatee fagaatee dhagaa takka boraafatee rafe. Halkan abjuun yaabbannoo\/kortuu hundeen isaa lafa dhaabbatee fiixeen isaa immoo samii gahu yeroo ergamootni Waaqayyo irra deddeebi&#8217;an ni arge. Waaqayyoo immoo fiixee kortichaa irra &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/23\/yaaiqoob\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Yaa&#8217;iqoob<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[3],"tags":[],"class_list":["post-1833","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-barumsaa"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1833","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1833"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1833\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1833"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1833"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1833"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}