{"id":1881,"date":"2020-07-30T17:07:43","date_gmt":"2020-07-30T14:07:43","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1881"},"modified":"2020-07-30T17:07:43","modified_gmt":"2020-07-30T14:07:43","slug":"yoodit","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/30\/yoodit\/","title":{"rendered":"Yoodit"},"content":{"rendered":"\n<p style=\"text-align:justify;\">Yoodiit jechuun jabduu, infattuu jechuudha. Abbaan ishee Meeriirii jedhama. Dhirsi ishee Minaaseen du\u2019ee. kana booda, dhiira biraatti hin heerumu jettee soomaafi kadhannaadhan jiraachaa turte. Mootichi faarsii Arfaskidin moo&#8217;atee Baaxinaadhaa yemmuu deebi&#8217;u, dursaa loltoota isaa Holofoomisiin akka gibira kaffalchiisu erge. Innis gara Israa&#8217;eelitti yemmuu deebi&#8217;u, debre bexliwaa, boojirraa deebi&#8217;aanii goojjoo ijaaranii yoo argu, isaan kun ammo maali jedhe. Akiyoor amonawinis, &#8220;gooftaa koo kan isaanii dinqiidha, iyyarusaleem yemmuu turan, xaa\u2019otatti bullaan akka booji&#8217;aman godhe, waggaa 70 bitamanii amma ammoo, gaabbii galanii yoo dhufan, Waaqayyo araarameefii diina balleessanii jiraatu&#8221; jedhe. &#8220;Ammas, Waaqayyo isaanin wallole taanan, loltuun tokko dhaqee isaan booji&#8217;a, Waaqayyo isaanin wal hin lolle taanan garuu, isaan moo&#8217;achuu hin dandeessu&#8221; jedheen. Yoodiit, lolli dhufe jedhanii israa&#8217;eelonni yoo rifatan, jeeqaman agartee baate. Isheenis &#8220;maaf sodaattu? Waaqayyo galaana Eertiraa qoodee nu ceesise, ammas, isinis kadhaa; anis nan kadhadhaa&#8221; jettee, subaa&#8217;ee galte. Guyyaa sadaffaatti haala ittiin Holofriin moo&#8217;atu ibseefii, kaatee uffata gaarii yeroo abbaan warraa jiraatu uffattee, gara mandara Holofrnis dhaqexe., sinqii qabattee, gargaartuu ishee of duuba buufte. Yemmuu kana, &#8220;maaf dhufte?&#8221; jedhee gaafate. Isheenis &#8220;lafatu narraa fudhatame; akka naaf deebisiftuuf&#8217; jeteen.<br \/>Guyyaa ayyaana dhaloota isaa waamsisee, nyaatee dhugee, yoo gara galgala ija ejjaatiin ishee ilaalu, loltuun isaa dunkaana itti qollofee deeme. Machaa&#8217;ee waan tureef, bakka taa&#8217;eti hirriibni qabe. Yooditis kaatee, &#8220;jajaboota irra bultee waan guddaa yoo hojjette, dinqii hin jedhamtu; dhabaarra bultee yoo hojjette garuu, dinqii jedhama&#8221; jettee, seefii mataa duraa fudhattee morma irraa murtee, qalqalloo keessa godhattee baate deemte. Loltootnis, barraaqan iddoo kadhannaa deemti waan taheef, hin shakkine. Israa&#8217;eelonni Holofornis tahuu agarraan gammadanii, bariitti mataa isaa olfannisanii lolatti galan. Loltuun isaa isan kaasa jedhee yoo deemu, mormi muramee, teesson isaa gara gareellee arge. &#8220;Ibraawit nutti taphatte&#8221; jedhani, osoo meeshaallee hin qabatin jalaa dheessaniirruu. Yoo dheessanis, kuun kukkufanii cacabsaniiru, kan yoo hafanis, hanga laga Yordaanos deemanii, ari&#8217;aniii balleessaniiru. Yoo deebi&#8217;anis, Yooditiin, muka meexxii qabatanii, &#8220;jabaadhu moo&#8217;attuudha&#8221; jedhanii ishee faarsanii jiru. Akkanatti jiraattee waggaa 105tti boqotte. Ayyaanni yaadannoo ishees Fulbaana, 10.<br \/>Galanni Waaqayyoof haa ta\u2019u. Waaqayyoo kadhannaa qulqulleettii kanaan nutti haa araaramu. Sugni ishees nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Yoodiit jechuun jabduu, infattuu jechuudha. Abbaan ishee Meeriirii jedhama. Dhirsi ishee Minaaseen du\u2019ee. kana booda, dhiira biraatti hin heerumu jettee soomaafi kadhannaadhan jiraachaa turte. Mootichi faarsii Arfaskidin moo&#8217;atee Baaxinaadhaa yemmuu deebi&#8217;u, dursaa loltoota isaa Holofoomisiin akka gibira kaffalchiisu erge. Innis gara Israa&#8217;eelitti yemmuu deebi&#8217;u, debre bexliwaa, boojirraa deebi&#8217;aanii goojjoo ijaaranii yoo argu, isaan kun ammo &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/07\/30\/yoodit\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Yoodit<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[3],"tags":[33,118],"class_list":["post-1881","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-barumsaa","tag-aboota-bara-seera-ooriitii","tag-yoodit"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1881","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1881"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1881\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1881"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1881"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1881"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}