{"id":1964,"date":"2020-08-07T13:06:00","date_gmt":"2020-08-07T10:06:00","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1964"},"modified":"2020-08-07T13:06:00","modified_gmt":"2020-08-07T10:06:00","slug":"raajaa-hizqieel","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/07\/raajaa-hizqieel\/","title":{"rendered":"Raajaa Hizqi&#8217;eel"},"content":{"rendered":"\n<p style=\"text-align:justify;\">Hizqi&#8217;eel jechuun &#8220;Waaqayyo jabeenya ni kenna&#8221; jechuudha. Kan jiraate bara 1500 Dh.K.D. Qomoo Leewwii irraa dhalate. Abbaan isaa Buuz jedhama. Israa&#8217;eloonni booji&#8217;amanii Faarsii Baabiloon yemmu bu&#8217;anitti waggaa 30tti kennaan raaja dubbachu kennameef. Innis Israa&#8217;eloota booji&#8217;amaniif sagalee Waaqayyoo akka lallabu filatame (Hiz.2:14). Lubummaafi raagummaa tokko taasisee waggoota 20 barsiiseera. Innis dubbii raajii isaatiin haati keenya qulqulleetti dubroo Maariyaam gooftaa osoo hin dahiin dura, erga deesse boodas yeroo ulfaas durba ta&#8217;uu ishee kan raajii dubbate (Hiz.44). Erga boojiidhaa deebi&#8217;anii booda Israa&#8217;eloonni waaq-harkee harka isaaniitiin hojetanitti buluu qabnaan isaanitti dheekkame. Sababa kanaan itti hinaafanii dhagaadhaan isa reebanii, abiddaan gubanii ajeesaniiru.<br \/>Ayyaanni yaadannoo isaatis Ebla 05 dha. Galanni Waaqayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa araaramu; sugni isaas nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Hizqi&#8217;eel jechuun &#8220;Waaqayyo jabeenya ni kenna&#8221; jechuudha. Kan jiraate bara 1500 Dh.K.D. Qomoo Leewwii irraa dhalate. Abbaan isaa Buuz jedhama. Israa&#8217;eloonni booji&#8217;amanii Faarsii Baabiloon yemmu bu&#8217;anitti waggaa 30tti kennaan raaja dubbachu kennameef. Innis Israa&#8217;eloota booji&#8217;amaniif sagalee Waaqayyoo akka lallabu filatame (Hiz.2:14). Lubummaafi raagummaa tokko taasisee waggoota 20 barsiiseera. Innis dubbii raajii isaatiin haati keenya qulqulleetti &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/07\/raajaa-hizqieel\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Raajaa Hizqi&#8217;eel<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[26,21],"tags":[101],"class_list":["post-1964","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-raajota-gurguddoo-afran","category-raajota-qulqulloota","tag-raajota"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1964","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1964"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1964\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1964"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1964"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1964"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}