{"id":1974,"date":"2020-08-09T10:43:00","date_gmt":"2020-08-09T07:43:00","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1974"},"modified":"2020-08-09T10:43:00","modified_gmt":"2020-08-09T07:43:00","slug":"hoosee","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/09\/hoosee\/","title":{"rendered":"Hoosee"},"content":{"rendered":"\n<p style=\"text-align:justify;\">Hoosee jechuun &#8216;Waaqayyo ni fayyisa&#8217; jechuudha. Akkuma moggaasa Iyyesuus maqaa Iyesuus jedhu waliin hiikkaa walitti siqu qaba. Bara mootichi Iyyoorbi&#8217;aam lammafaan Samaariyaatti mootii ta&#8217;etti raajaa turedha. Kan jiraates DH.K.D bara 755-725. Ergaan raajii isaa inni guddaanis jaalalli Waaqayyoo kan hin jijjiiramne waan ta&#8217;eef waamichi isaas uummanni gara Waaqayyoon beekutti deebi&#8217;anii akka fayyaniifi (Hos 4:6,6:6).<br \/>Galanni Waaqayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa araaramu; sugni isaas nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Hoosee jechuun &#8216;Waaqayyo ni fayyisa&#8217; jechuudha. Akkuma moggaasa Iyyesuus maqaa Iyesuus jedhu waliin hiikkaa walitti siqu qaba. Bara mootichi Iyyoorbi&#8217;aam lammafaan Samaariyaatti mootii ta&#8217;etti raajaa turedha. Kan jiraates DH.K.D bara 755-725. Ergaan raajii isaa inni guddaanis jaalalli Waaqayyoo kan hin jijjiiramne waan ta&#8217;eef waamichi isaas uummanni gara Waaqayyoon beekutti deebi&#8217;anii akka fayyaniifi (Hos 4:6,6:6).Galanni Waaqayyoof &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/09\/hoosee\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Hoosee<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[21,22],"tags":[60,101],"class_list":["post-1974","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-raajota-qulqulloota","category-raajota-xixiqqoo","tag-hoosee","tag-raajota"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1974","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1974"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1974\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1974"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1974"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1974"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}