{"id":1995,"date":"2020-08-12T11:51:00","date_gmt":"2020-08-12T08:51:00","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=1995"},"modified":"2020-08-12T11:51:00","modified_gmt":"2020-08-12T08:51:00","slug":"iyyuueel","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/12\/iyyuueel\/","title":{"rendered":"Iyyuu&#8217;eel"},"content":{"rendered":"\n<p style=\"text-align:justify;\">Iyyuu&#8217;eel jechuun &#8216;Waaqayyo Waaqa&#8217; jechuu dha. Innis qomoo Roobeel irraa dhalate. Abbaan isaa Baatu&#8217;eel jedhama. Kan tajaajiles Yihudaafi Iyyaruusaleemitti yoo ta&#8217;u, kitaabni raajii isaa bara kam akka barraa&#8217;e wanti beekamu hin jiru. Raajii Iyyuu&#8217;eel irratti kan ibsame Waaqayyo bara dhumaatti warra foon uffatan hundumaa irratti afuura isaa akka dhangalaasuuuf abdii kennuu isaati (Iyu.2:28). Kitaabni isaas uummatichi dheekkamsa Waaqayyoo jalaa akka deebi&#8217;an, gaabbii akka galaniifi akka soomanis gochuufi. Raajii isaa kan barreesses isuma.<br \/>Ayyaanni yaadannoo isaas Onkololessa 21 dha. Galanni Waaqayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa araaramu; sugni isaas nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Iyyuu&#8217;eel jechuun &#8216;Waaqayyo Waaqa&#8217; jechuu dha. Innis qomoo Roobeel irraa dhalate. Abbaan isaa Baatu&#8217;eel jedhama. Kan tajaajiles Yihudaafi Iyyaruusaleemitti yoo ta&#8217;u, kitaabni raajii isaa bara kam akka barraa&#8217;e wanti beekamu hin jiru. Raajii Iyyuu&#8217;eel irratti kan ibsame Waaqayyo bara dhumaatti warra foon uffatan hundumaa irratti afuura isaa akka dhangalaasuuuf abdii kennuu isaati (Iyu.2:28). Kitaabni isaas &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/12\/iyyuueel\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Iyyuu&#8217;eel<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[21,22],"tags":[101,120],"class_list":["post-1995","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-raajota-qulqulloota","category-raajota-xixiqqoo","tag-raajota","tag-yuel"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1995","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1995"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1995\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1995"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1995"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1995"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}