{"id":2000,"date":"2020-08-13T11:54:00","date_gmt":"2020-08-13T08:54:00","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=2000"},"modified":"2020-08-13T11:54:00","modified_gmt":"2020-08-13T08:54:00","slug":"abdiyyuu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/13\/abdiyyuu\/","title":{"rendered":"Abdiyyuu"},"content":{"rendered":"\n<p style=\"text-align:justify;\">Abdiyyuu jechuun &#8216;tajaajilaa Waaqayyoo&#8217; jechuudha. Elizaabeel yemmuu raajota Waaqayyo ajjeesisaa tunetti, raajota Waaqayyoo 100 fuudhee shantama shantamaan hiree holqa keessa kan dhokse dha. Osoo looniif bakka margi jiru barbaadu. Eeliyaas dhufuu isaa waan argeef, dhufaati raajicha Eeliyaas mootichatti himi jedheeti himeefi jira (1Mot 18:3). Murti Edomiyas irratti ta&#8217;uuf jirus kan barreesse isadha. Innis raaja isaa kan barreesse bara kufaatii Iyyarusaleem naannoo 848-589tti dha.<br \/>Galanni Waaqayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa araaramu; sugni isaas nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Abdiyyuu jechuun &#8216;tajaajilaa Waaqayyoo&#8217; jechuudha. Elizaabeel yemmuu raajota Waaqayyo ajjeesisaa tunetti, raajota Waaqayyoo 100 fuudhee shantama shantamaan hiree holqa keessa kan dhokse dha. Osoo looniif bakka margi jiru barbaadu. Eeliyaas dhufuu isaa waan argeef, dhufaati raajicha Eeliyaas mootichatti himi jedheeti himeefi jira (1Mot 18:3). Murti Edomiyas irratti ta&#8217;uuf jirus kan barreesse isadha. Innis raaja isaa &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/13\/abdiyyuu\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Abdiyyuu<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[21,22],"tags":[],"class_list":["post-2000","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-raajota-qulqulloota","category-raajota-xixiqqoo"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2000","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2000"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2000\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2000"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2000"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2000"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}