{"id":2029,"date":"2020-08-10T19:19:31","date_gmt":"2020-08-10T16:19:31","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=2029"},"modified":"2020-08-10T19:19:31","modified_gmt":"2020-08-10T16:19:31","slug":"naahoom","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/10\/naahoom\/","title":{"rendered":"Naahoom"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\" style=\"text-align:justify;\">Naahoom jechuun &#8216;qoricha&#8217; jechuudha. Qomoo Zaabloon irraa dhalate. Yeroo boojii Faarsi Baabiloon sana waa&#8217;ee meeshaa mana qulqullummaafi waa&#8217;ee Israa&#8217;elootni dhiibamu gaddee gara Iyyarusaalem deebi&#8217;uuf qannoonaa yoo galu, hundumaa ol dubbiin foonummaa ifeefii, &#8220;Baabiloon si kan si baraaru hin jiru ana garuu gooftaan samiirraa bu&#8217;ee na fayyisa,&#8221; jedhee dubbateera. Abdii kanaanis gara biyya isaatti deebi&#8217;ee madaa gaddaa kanarraa waan fayyeef abbaan Hiriyaaqoos, &#8220;Qoricha Naahoom,&#8221; jedhee dubroo Maariyaamiin fakkeessee dubbachuun isaa kanaafidha.<br \/>Ayyaanni yaadannoo isaas Muddee 5 dha. Galanni Waaqayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa araaramu; sugni isaas nu waliin haa taa&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Naahoom jechuun &#8216;qoricha&#8217; jechuudha. Qomoo Zaabloon irraa dhalate. Yeroo boojii Faarsi Baabiloon sana waa&#8217;ee meeshaa mana qulqullummaafi waa&#8217;ee Israa&#8217;elootni dhiibamu gaddee gara Iyyarusaalem deebi&#8217;uuf qannoonaa yoo galu, hundumaa ol dubbiin foonummaa ifeefii, &#8220;Baabiloon si kan si baraaru hin jiru ana garuu gooftaan samiirraa bu&#8217;ee na fayyisa,&#8221; jedhee dubbateera. Abdii kanaanis gara biyya isaatti deebi&#8217;ee madaa &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/10\/naahoom\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Naahoom<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[21,22],"tags":[83,85,101],"class_list":["post-2029","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-raajota-qulqulloota","category-raajota-xixiqqoo","tag-naahoom","tag-nahum","tag-raajota"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2029","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2029"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2029\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2029"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2029"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2029"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}