{"id":2043,"date":"2020-08-15T00:04:00","date_gmt":"2020-08-14T21:04:00","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=2043"},"modified":"2020-08-15T00:04:00","modified_gmt":"2020-08-14T21:04:00","slug":"inbaaqoom","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/15\/inbaaqoom\/","title":{"rendered":"Inbaaqoom"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Inbaaqoom jechuun &#8216;beekaa, hayyuu&#8217; jechuudha. Dhaloonni isaa qomoo Simi&#8217;oon keessaati. Shuummoo affeelee warra haamaaniif laaqana yoo deemu ergamaan Waaaqayyoo, &#8220;Wanta qabatte deemtu kana Daani&#8217;el isa boolla keessatti gatameef gara biyya Baabiloonitti geessi,&#8221; jedheen. &#8220;Daani&#8217;eel eessa? Baabiloon immoo hin beeku,&#8221; jedhee ergamichaaf deebise. Ergamaan rifeensa mataa isaa qabee geessee boollicha raajichi Daani&#8217;eel keessatti darbame osoo hin baniin seenee nyaachisee osoo hin baniin bahe gara biyyaatti deebi&#8217;eera. Israa&#8217;elootas barsiisaa tureera. Innis Waaqayyo Teemanii ni dhufa, qulqullichis tulluu Faaraanii biyya Yihudaatis,&#8221; jedhee raajii dubbateera. Kan raajii dubbachaa tures bara 609-606tti Dh.K.D.<br \/>Ayyaanni yaadannoo isaa Caamsaa 24 dha. Galanni Waaqayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa araaramu; sugni isaas nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!33<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Inbaaqoom jechuun &#8216;beekaa, hayyuu&#8217; jechuudha. Dhaloonni isaa qomoo Simi&#8217;oon keessaati. Shuummoo affeelee warra haamaaniif laaqana yoo deemu ergamaan Waaaqayyoo, &#8220;Wanta qabatte deemtu kana Daani&#8217;el isa boolla keessatti gatameef gara biyya Baabiloonitti geessi,&#8221; jedheen. &#8220;Daani&#8217;eel eessa? Baabiloon immoo hin beeku,&#8221; jedhee ergamichaaf deebise. Ergamaan rifeensa mataa isaa qabee geessee boollicha raajichi Daani&#8217;eel keessatti darbame osoo hin &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/15\/inbaaqoom\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Inbaaqoom<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[21,22],"tags":[62,101],"class_list":["post-2043","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-raajota-qulqulloota","category-raajota-xixiqqoo","tag-inbaaqoom","tag-raajota"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2043","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2043"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2043\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2043"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2043"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2043"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}