{"id":2055,"date":"2020-08-18T00:16:00","date_gmt":"2020-08-17T21:16:00","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=2055"},"modified":"2020-08-18T00:16:00","modified_gmt":"2020-08-17T21:16:00","slug":"zakkaariyaas","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/18\/zakkaariyaas\/","title":{"rendered":"Zakkaariyaas"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"has-text-align-justify wp-block-paragraph\">Zkkaariyaas jechuun &#8216;Waaqayyo ni yaadata\u2019 jechuudha. Ilma Barakiyuu kan ta\u2019e Dh.K.D bara 520 kan jiraatedha. Raajicha Haagee waliin mana qulqullummaa ijaarsa isaa akka xumuran kan kakaasedha (Izra. 5:1). Dubbiin raajii isaas waamicha gara Waaqayyoo deebi&#8217;aa kan jedhu keessatti argama. Raaja Zakkaariyaas yeroo hedduu waa&#8217;ee gooftaa keenyaa Iyyasuus Kiristoos raajii dubbateera. Kanneen keessaas muraasni. (Zak. 6:12, 9:9, 11:13, 12:10, 13:7)<br \/>Galanni Waaqayyoof haa ta&#8217;u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa araaramu; sugni isaas nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Zkkaariyaas jechuun &#8216;Waaqayyo ni yaadata\u2019 jechuudha. Ilma Barakiyuu kan ta\u2019e Dh.K.D bara 520 kan jiraatedha. Raajicha Haagee waliin mana qulqullummaa ijaarsa isaa akka xumuran kan kakaasedha (Izra. 5:1). Dubbiin raajii isaas waamicha gara Waaqayyoo deebi&#8217;aa kan jedhu keessatti argama. Raaja Zakkaariyaas yeroo hedduu waa&#8217;ee gooftaa keenyaa Iyyasuus Kiristoos raajii dubbateera. Kanneen keessaas muraasni. (Zak. 6:12, &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/18\/zakkaariyaas\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Zakkaariyaas<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[21,22],"tags":[101,121],"class_list":["post-2055","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-raajota-qulqulloota","category-raajota-xixiqqoo","tag-raajota","tag-zakkaariyaas"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2055","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2055"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2055\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2055"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2055"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2055"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}