{"id":2058,"date":"2020-08-20T00:18:00","date_gmt":"2020-08-19T21:18:00","guid":{"rendered":"http:\/\/afanoromobatch.com\/?p=2058"},"modified":"2020-08-20T00:18:00","modified_gmt":"2020-08-19T21:18:00","slug":"milkiyaas","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/20\/milkiyaas\/","title":{"rendered":"Milkiyaas"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Milkiyaas jechuun &#8216;kan Waaqayyoof ergamu\/ergamaa koo&#8217; jechuudha. Qomoo Aseer irraa dhalate. Zakkaariyaas waliin ta\u2019uudhaan uummata tajaajilaa mana qulqullummaaf kakaasu turan. Umurii ga&#8217;eesuummaa irraa eegalee raajii dubbachuun ummata barsiiseera. Raajii isaas kan dubbate bara 470 fi 440 Dh.K.D dha. Kunis bara Iziraafi Nahimiyaan itti (Milk. 2:10).<br \/>Guyyaan yaadannoo isaas Amajjii 08 dha Galanni Waaqayyoof haa ta\u2019u. Waaqayyo kadhannaa qulqullicha kanaan nutti haa araaramu; sugm isaas nu waliin haa ta&#8217;u. Hanga bara baraatti. Ameen!<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Milkiyaas jechuun &#8216;kan Waaqayyoof ergamu\/ergamaa koo&#8217; jechuudha. Qomoo Aseer irraa dhalate. Zakkaariyaas waliin ta\u2019uudhaan uummata tajaajilaa mana qulqullummaaf kakaasu turan. Umurii ga&#8217;eesuummaa irraa eegalee raajii dubbachuun ummata barsiiseera. Raajii isaas kan dubbate bara 470 fi 440 Dh.K.D dha. Kunis bara Iziraafi Nahimiyaan itti (Milk. 2:10).Guyyaan yaadannoo isaas Amajjii 08 dha Galanni Waaqayyoof haa ta\u2019u. Waaqayyo &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2020\/08\/20\/milkiyaas\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Milkiyaas<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[21,22],"tags":[77,101],"class_list":["post-2058","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-raajota-qulqulloota","category-raajota-xixiqqoo","tag-milkiyaas","tag-raajota"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2058","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2058"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2058\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2058"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2058"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2058"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}