{"id":363,"date":"2017-01-17T09:24:36","date_gmt":"2017-01-17T09:24:36","guid":{"rendered":"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/?p=363"},"modified":"2017-01-17T09:24:36","modified_gmt":"2017-01-17T09:24:36","slug":"iccitii-utubaawwan-shananii","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2017\/01\/17\/iccitii-utubaawwan-shananii\/","title":{"rendered":"Iccitii Utubaawwan shananii"},"content":{"rendered":"<p><strong>BAACHHII AFAAN OROMOO YUNIVARSITII WALLAGGAAN BARA2008 <\/strong><br \/>\n<strong>Q0PHAHEEF<\/strong><br \/>\n<em>miseensa Qalbii jijjirrannaaf kutaa lallaba Wangeelaatiif<\/em><br \/>\n<strong>Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokkootiin <\/strong><br \/>\n<strong>Ameen!<\/strong><br \/>\n\u201cAfaan hin beekamneen sagalee kuma kudhan dubbachuurra, warra kaan<br \/>\nbarsiisuudhaaaf qalbii kootiin sagalee hiikaa qaban shan duwwaa dubbachuu<br \/>\nnan jaaladha\u201d1Qor 14:19<br \/>\nErgaa Phaawuloos kana hubattaniittuu? Jechi \u201csagalee shan\u2019\u2019 jedhu maal akka<br \/>\nibsu hoo? Deebiin isaa akka abbootni amantaa Ortodooksii hoogganaa turan fi<br \/>\nQulqullootni Hafuuraan hiikaniin kunoo akka armaan gadiitti gabaabsinee<br \/>\nDhiyeessineerra. Waaqayyoo laphee ittiin hubannu nuuf yaa ibsu. Dogongorri<br \/>\njechootaa yoo uumame nu hoofkalchaa.<br \/>\nJechi sagalee (Dubbiiwwan shan) jedhu kan ibsu bu\u2019uura amantaa kan ta\u2019an<br \/>\nIccitiiwwan shan akka jiran beeksisuufi.<br \/>\n<a href=\"http:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/iccitii-utubaawwan-shananii\/\">continue reading<\/a><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>BAACHHII AFAAN OROMOO YUNIVARSITII WALLAGGAAN BARA2008 Q0PHAHEEF miseensa Qalbii jijjirrannaaf kutaa lallaba Wangeelaatiif Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokkootiin Ameen! \u201cAfaan hin beekamneen sagalee kuma kudhan dubbachuurra, warra kaan barsiisuudhaaaf qalbii kootiin sagalee hiikaa qaban shan duwwaa dubbachuu nan jaaladha\u201d1Qor 14:19 Ergaa Phaawuloos kana hubattaniittuu? Jechi \u201csagalee shan\u2019\u2019 jedhu maal akka ibsu &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2017\/01\/17\/iccitii-utubaawwan-shananii\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Iccitii Utubaawwan shananii<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[6],"tags":[],"class_list":["post-363","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-dirsaanee-ergamoota"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/363","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=363"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/363\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=363"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=363"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=363"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}