{"id":924,"date":"2018-06-23T13:42:08","date_gmt":"2018-06-23T10:42:08","guid":{"rendered":"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/?p=924"},"modified":"2018-06-23T13:42:08","modified_gmt":"2018-06-23T10:42:08","slug":"kadhannaa-imbaaqoom","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2018\/06\/23\/kadhannaa-imbaaqoom\/","title":{"rendered":"Kadhannaa Imbaaqoom"},"content":{"rendered":"<p style=\"text-align:justify;\">IMBAAQOOM 3:1-9<br \/>\nHaala faaruutiin kan dhiyaate kadhannaan raajicha imbaaqoom isa kana. Yaa gooftaa sagalee kee dhaga\u2019een sodaadhe, hojii kees argeen ajaa\u2019ibsiifadhe. Bineenasa lama gidduudhanan si arge, barri isaa akka dhiyaate godheen sibareera. Barri isaa yeroo ga\u2019etti ati ifa baate, Badii koorraan kan ka\u2019ee yeroo lubbuun koo dhiphateeti, ati akka arjummaa keetitti na yaadadhu. Waaqayyoo Teemaniirraa qulqullichis Faaraan irraa kutaa Yihudaarraa ni dhufa. Ulfinni isaas samiiwwan golgeera, galatni isaas lafa guutera.<br \/>\nCalaqqisni isaas akka ifaati. Gaanfotni harkaa isaa keessa jiru; <a href=\"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/kadhannaa-imbaaqoom\/\">read more<\/a><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>IMBAAQOOM 3:1-9 Haala faaruutiin kan dhiyaate kadhannaan raajicha imbaaqoom isa kana. Yaa gooftaa sagalee kee dhaga\u2019een sodaadhe, hojii kees argeen ajaa\u2019ibsiifadhe. Bineenasa lama gidduudhanan si arge, barri isaa akka dhiyaate godheen sibareera. Barri isaa yeroo ga\u2019etti ati ifa baate, Badii koorraan kan ka\u2019ee yeroo lubbuun koo dhiphateeti, ati akka arjummaa keetitti na yaadadhu. Waaqayyoo Teemaniirraa &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2018\/06\/23\/kadhannaa-imbaaqoom\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Kadhannaa Imbaaqoom<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[12],"tags":[],"class_list":["post-924","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-kadhannaa"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/924","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=924"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/924\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=924"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=924"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=924"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}