{"id":932,"date":"2018-06-23T13:44:28","date_gmt":"2018-06-23T10:44:28","guid":{"rendered":"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/?p=932"},"modified":"2018-06-23T13:44:28","modified_gmt":"2018-06-23T10:44:28","slug":"kadhannaa-musee","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2018\/06\/23\/kadhannaa-musee\/","title":{"rendered":"Kadhannaa Musee"},"content":{"rendered":"<p style=\"text-align:justify;\">Yeroo sanatti Musee fi ijoollonni israa\u2019eel faaruu waaqayyoof faarfatan. Akkanas jedhanii dubbatan:<br \/>\nWaaqayyoof ni faarfanna ulfinaan ol-ol jedheerahoo, fardeenii fi abbootii fardeenii galaanatti naqe. Anaan fayyisuuf gargaara fi dahoo naaf ta\u2019e; inni waaqa kooti nan galateeffadhas, inni waaqa abbaa kootiti ol olis nan taasisa. Waaqayyoo waraana ni balleessa; maqaan isaas waaqayyoodha. Gaarii fara\u2019oon raayyaa isaa waliin galaanatti naqe. Abbootiin fardeenii bakka sadiitti qoodamaniis galaana Ertiraatin liqimfaman. Danbaliin galaanas isaan golboobe. <a href=\"https:\/\/afanoromobatch.wordpress.com\/kadhannaa-musee\/\">read more<\/a><\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Yeroo sanatti Musee fi ijoollonni israa\u2019eel faaruu waaqayyoof faarfatan. Akkanas jedhanii dubbatan: Waaqayyoof ni faarfanna ulfinaan ol-ol jedheerahoo, fardeenii fi abbootii fardeenii galaanatti naqe. Anaan fayyisuuf gargaara fi dahoo naaf ta\u2019e; inni waaqa kooti nan galateeffadhas, inni waaqa abbaa kootiti ol olis nan taasisa. Waaqayyoo waraana ni balleessa; maqaan isaas waaqayyoodha. Gaarii fara\u2019oon raayyaa isaa &hellip; <a href=\"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/2018\/06\/23\/kadhannaa-musee\/\" class=\"more-link\">Continue reading <span class=\"screen-reader-text\">Kadhannaa Musee<\/span> <span class=\"meta-nav\">&rarr;<\/span><\/a><\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"footnotes":""},"categories":[12],"tags":[],"class_list":["post-932","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-kadhannaa"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/932","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=932"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/932\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=932"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=932"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/yoosaad.com\/orthodox\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=932"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}