#jireenya namaaf balaadha jedheetu amana!

  1. #Qabeenya hojii malee argame
    (Wealth without work)
  2. #Gammachuu sammuun hin fudhanne
    (Enjoyment without conscience )
  3. #Beekumsa sirna isaa hin hordofne
    (Knowledge without character )
  4. #Daldala hamilee malee
    (Business without morality )
  5. #Saayinsii namummaan ala bahu
    (Science without humanity )
  6. #Amantii miira amantummaa/osoo hin argiin amanuu of keessaa hin qabne
    (Religion without compassion )
  7. #Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne
    ( Politics without principle )
  8. #Mirga itti gaafatamummaa dhabe
    ( Right without responsibility )
  9. #Aangoo gaafatama hin qabne
    (Power without accountability )
  10. #Guddina itti fufinsa hin qabne
    (Development without sustainability )

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

%d bloggers like this: