Nagaan hunda keessaniif haa ta’u. Ergan App android play store irratti gad lakkisuu jalqabee waggaa lama ta’ee jira. Haa ta’uu malee, #Google jijjiirama seera haaraa yeroo dhiyootti gad lakkisee irratti hundaa’uun waliin deemun waan hin danda’amneef, Account koof App’n hojjedhe hundii torbaan muraasa booda haqamuuf jiru. Kanuma irraa ka’uun app’n afaan oromoon wal qabsiisee hojjedhe hedduun kan armaan gadii kana waan ta’aniif namootni #Download hin godhanne yoo jiraatan app’n kunneen play store irraa haqamuuf guyyaa murasni qofti kan isaan hafe yeroo ta’u dafaa #Download godhaa bilbila keessan irratti itti fayyadamaan dhamsa kooti.

1. Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

This app is a collection of poems from different people, places, cultures, and times. It was created by bringing together poems that were collected from social media such as Facebook, Google, Telegram, and WhatsApp. Thank you for using this app to easily access these poems at different times and seasons. Long live our users!

2. Afaan Oromoo Baradhaa

In this application, you will learn Afaan Oromoo in three different languages. Not to mention, the application by itself was designed in four different languages. Like Afaan Oromoo, English, Amharic and Tigrinya. Therefore, Even if you can understand Afaan Oromoo having your own language in this application is the best thing for you.


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.learnafaanoromoo

3. Common American English Phrases

Every language has conventional and much-used ways of expressing even the most commonplace requests, inquiries, or responses. Some of these expressions are idioms or idiomatic. Others are perfectly understandable and literal English, but people unfamiliar with the language may have difficulty formulating them in typical and conventional ways. This app is a collection of daily used American English conversations containing nearly 6,000 phrases such expressions grouped into 537 topics that are listed under 83 major categories of social interaction. New to this application are extensive illustrations that place numerous expressions in a visual context, facilitating understanding and memorization. The complete list of major category headings and their topics can be found in easily scrollable views and Categories, Etymologies. This app can also be used for browsing through topics.
Even if you don’t understand some words you can search them on Google, Bing, Collins Dictionary, Wikibooks, Word references, Google Translator, Youtube, and Pinterest. All of this can be done without leaving the application. All of the phrases and words are listed in a way to makes using them easier and more convenient ways.


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.english1000commonphrases

4. Grade 10th Citizenship Teacher Guide
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.citizenshipeducationgrade10

5. Afaan Oromoo Kutaa 12ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.afaanoromookutaa12ffaa

6. Gadaa Kutaa 1ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kitaabagadaakutaatokkoffaa

7. Saayinsii Waliigalaa Kutaa 8ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.saayinsiiwaliigalaakutaa8ffaa

8. Galatoofi Barumsa Amantaa

In this android application, all contents are arranged and listed according to their category, therefore it is easier and more comfortable for users to use it in flexible ways. This application contains the main categories like – Galata Maariyaam, Galata Gooftaa, Kadhannaa Addaa, Malkaa – kadhannaa addaa, Waa’ee Ergamootaa, Waa’ee qulqullootaa, Dirsaane Ergamootaa, Faarfannaa and other content which is more useful for our users. And this app is perfectly what most users are looking for.


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.galatoofibarumsaa

9. Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.afaanoromookutaa6ffaaafaan2ffaa

10. Herrega Kutaa 7ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kitaabaherregakutaa7ffaa

11. Gadaa Kutaa 6ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kitaabagadaakutaa6ffaa

12. Saayinsii Walii galaa Kutaa 7ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kitaabasaayinsiiwaliigalaakutaa7ffaa

13. Afaan Oromoo Kutaa 7ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.afaanoromookutaa7ffaahaaraa

14. Gadaa Kutaa 7ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kitaabagadaakutaa7ffaa

15. Herrega Kutaa 5ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.herregakutaa5ffaa

16. Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.afaanoromookutaa5ffaa

17. Hawaasa Kutaa 7ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kitaabahawaasaakutaa7ffaa

18. Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.saayinsiinaannookutaa5ffaa

19. Faarsaa ortodooksii Taawaahidoo

This application contains all Ethiopian orthodox tewahido mezmur in Afaan Oromoo, English, and Amharic. By using this app the users can easily access the mezmur they want to sing and pray. That’s why this beautiful app is developed. mezmurs are also categorized according to their categories which makes the app easier to use and more flexible. The list of mezmurs mention and described in this application are also accessible through the internet, but they can use this app for free and even without internet connections. We hope that this application can help you! Thank you for using it!


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.faarfannaaafaanoromoo

20. Sirna Qiddaasse

App’n kun waa’ee sirna qulqulleessa mana kiristaanna ortodooksii tawahidoo jalqabaa kaasse hangaa xumuraa rawwii sirna qulqulleessatti kan of keessa qabu waan ta’eef, namni kamiyyuu app kana fayyadamuun sirni qiddaassee maal akka ta’ee; maal jechuun akka galateeffattan akkasumas sirni kun jalqabaa isaa eenyuun egallee, essaatti egallee kan jedhu kanneen biro hedduu waan of keessa qabuuf baay’ee isin fayyadaa jechuun kan qopheessinedha. Isiniis yeroo itti fayyadamtaan rakkoo kamiyyuu yoo isiin mudaate nuf barreessuu hin dagattina.


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.sirnagalatoo

21. Og-artii Kutaa 8ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.og_artiiwwankutaa8ffaa

22. Barruu Faarfannaa

App kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta’aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan ta’eef namootni haala salphaa ta’een badiyaas ta’ee magallaa bakka internet jiruus ta’ee hin jireetti akka itti fayyadamuu danda’aan kan isan taasisu gochuun kan qindaa’edha. Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe’achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda’aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haaraa
Faaruu Ayyaanna Hoosa’innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du’aa Ka’umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa keenya.


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.barruufaarfannaa

23. Walaloo Taawahidoo

App’n kun walaloo tawaahidoo afaan oromoo ta’aan 150 ol kan of keessaa qabu yeroo ta’u, namni kam iyyuu bifa salphaan bakka jiruutti play store irraa buufachuun itti fayyadamuu ni danda’a. Walaloo kunis F/taa D/n Koo’eel Shewaan kan qindaa’eef walitti qabamee yeroo ta’u, yaada waa’ee walaloo kanannis ta’ee gaaffi waa’ee amantiin kan wal qabatuu hundaaf deebii yoo barbaadanis kallattin lakkoofsa bilbilaa +251912203344 irratti bilbiluu gaafachuu ni dandeessu.
Thank you!


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.walalootewaahidoo

24. Amharic Grade 7th
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.grade7amharic

25. Herrega Kutaa 3ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kitaabaherregakutaa3ffaa

26. Mathematics Grade 8th Amharic
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.mathsgrade8amharic

27. Og-artii Kutaa 7ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.ogartiiwwankutaa7ffaa

28. Galata Gooftaa

Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa kan of keessa qabudha. Kadhannaaf namoota hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda’annif immoo fedhaa waaqayyoo ta’ee sagalee wajjiin waan qophaa’eef namootni hundii haalla kadhannaaf tolun kadhachuu, galateeffachu akkasumas waaqayyoon ittin wammachuu ni danda’uu. Anis app kana gaafan hojjedhe isiin biraan ga’uu keessi koo baay’ee itti gammadadha. Waan gaarii hojjechu, takkummaan waan guddaa hojjeechu miti. Adeemsan ta’aa waan ta’eef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo ta’ee app biraas itti fufuun nan hojjedha. Galanni Waaqayyoof haa ta’u. Waaqayyoon bakka jirtan hundaatti isin haa eebbisuu!


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.galatagooftaa

29. Herrega Kutaa 1ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.kitaabaherregakutaa1ffaa

30. Amharic Grade 5th
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.grade5thamharic

31. Afaan oromoo Kutaa 7ffaa akka afaan 2ffaatti
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.afaanoromookutaa7ffaa

32. Geography Grade 9th Teacher Guide
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.geographygrade9thteacherguide

33. Og-artii Kutaa 5ffaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.og_artiiwwankutaa5ffaa

34. Faarsaa Cidhaa

App’n kun faarsaa yeroo cidhaa bakka adda addaatti akka seeraf sirna mana amantaa kiristaanna ortodooksiitti kan qophaa’eefi qindaa’eedha. App kana keessatti dhimma dhuunfaan wal qabsiisnee daata nutti ol sassabnu tokko illee hin jiru. App kana bilisan bilbilaa keessan irratti fe’uun fayyadamu ni dandeessu. App kana fe’uun yoo rakkoon isiin muddatee immoo lakkoofsa bilbilaan yookaan facebook irraan nuu dubbisaa.


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.faarsaacidhaa

35. Citizenship Grade 9th
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.citizenshipeducationgrade9studenttextbook

App armaan olii kun Play store irraa baduuf guyyootni murtaa’e qofti waan isaan hafaniiif namootni App kun nu gargaara jettanii yaadan yookiis namootni biroo itti fayyadamoo ta’uu ni danda’uu kan jettan #share gochuun waliif dabarsaan dhamsa kooti. Hanga yeroo kanattis namootti yaada baay’ee namatti toluufi nama gammachuu kallatti hundaa naaf qoodaa turtan hundi galatooma jechuun barbaada. Galatoomaa!!!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *