Kana booda boru Anaaf hin jiru
Guyyaan boru kana booda anaaf akka hin jirre yeroo gahu, ijoolleen koo akka beekaniifi gonkumaa akka hin daganne nan barbaada, […]
Kana booda boru Anaaf hin jiru Read More »
Guyyaan boru kana booda anaaf akka hin jirre yeroo gahu, ijoolleen koo akka beekaniifi gonkumaa akka hin daganne nan barbaada, […]
Kana booda boru Anaaf hin jiru Read More »
Akka Heera Gadaatti dubartiifi durbii woyyoma guddaa qabu.kanaaf,Oromoon dubartoota nikabaja;nisafeeffata.kanumaan walqabatee gadaan seera mirgaafikabaja dubartootaafi dubraa igtin eegsisu qaba.seerri kunis
GADAA KEESSATTI SEERRI UWWAA MAALII? Read More »
Namni bakka golii hin beekne akkamitti kubbaa galchuu danda’a?namni kallatti goolii hin beekne akkamitti gara gooliitti kubbaa dhiituu danda’a?hojiin keenya
Karaan kamiyyuu sigeessa furtuu galmaaqabaachuu Read More »
“Ati dhuguma gurbaa bareedaadha, garuu hiriyyaa qofa ta’uu dandeenya” – Meeqa keessantu deebii akkanaa yeroo jaalala keessaniif gaaffii dhiheessitan dhageessan,
Sababoota Xiin-sammuu 5fi namootni gaariin yeroo hundaa jaalalee barbaadan hin argatan Read More »
Yeroo tokko intalli tokko jireenyi ishee gadadoo akka ta’ee fi akkamitti akka isheen ga’uuf deemtu akka hin beekne abbaa isheetti
Jireenyi hunduu hirkatanii, guddifachuufi jijjiiruudha. Read More »
Learn Afaan Oromoo Using Android Apps Previous Next This android app is our official learn Afaan Oromoo app and it
Learn afaan oromoo android apps Read More »
Ani waan addaa miti; nama waliigalaa yaada waloo qabu qofa, ani immoo jireenya waloo jiraadheera. Siidaaleen anaaf kennaman hin jiran
Ani waan addaa miti, ani namuma Read More »
Dubartoonni sammuu qara olaanaa kan qaban yoo ta’u, yaada cimaa dhiironni hubachuu hin dandeenye qabu. Kanaafuu, gorsi keenya dhiirota Lafa
Dubartii Beektuu Gonkumaa Hin Sobin Read More »
Abjuu qabaachuun waan barame waan ta’eef hundi keenya abjoonna. Qorattoonni akka arganitti, harki caalaan keenya abjuu mata duree walfakkaataa qabu
Abjuuwwan 8 fi Hiika Isaanii. Read More »
Kunniin faalasama saayikoloojii baay’ee gaarii ta’aan tokko tokko kanneen bu’aa haala hawaasummaa kamiyyuu fooyyessuuf si gargaaranidha. #1. Nama tokkorraa waa’ee
Faalasama Xiin-sammuu 12 Haala Hawaasummaa Keessatti Faayidaa Argachuuf Si Gargaaru. Read More »
Yoo akka namoota baay’ee taate sana booda bifa arraba keetii yeroo baay’ee hin ilaaltu ta’a. Haa ta’u malee, akka ogeeyyiin
Halluun Arraba Keessanii Waa’ee Fayyaa Keessan Maal Hima? Read More »
✵Gaafa 𝑟𝑒𝑚𝑜𝑡𝑒’dhaan bakkuma jirtu teessee Tv irraa waan feete jijjiirrattu argannoo isaa fayyadamaa jirta. ✵Gaafa 𝑠𝑤𝑖𝑡𝑐ℎ fayyadamtee ibsaa bantus argannoon
Nikoolaas Tesilaa Beektu laataa wanta inni addunya kanaaf buuse Read More »