Youtube Tutorials

Master Class
Kutaa kana jalatti afaan ingiliffa namootni Amerikaa dubbataan kan bakka hojiitti maal akka ta'ee ni barataa. Kan isiniif hin galee yoo jiraates xumuraa barumsaa kana jalatti #koomeentii barreessa.
Ciisun Inglifaa Baradha
Bifaa salphaa ta'een ingiliffa ciisne kan itti baranuu barnoota addaadha. Barumsaa kana sirnaan hordofuun yoo dhageeffatan baay'ee irraa ni baratu. Barumsaa baay'ee fayyidaa qabudha.
Ingliffa Mana hojiitti Kutaa
Kutaa barumsaa kana jalatti immoo maal kan isiin barataan kanneen armaan gadiidha. Isaaniis: Self Introduction, Introducing Others Educational Background, Personal Strength Showing Strength, Kanneen jedhaan hundaa walliin ilaala.
Qubee Afaan Oromoo baradhaa
Qubee afaan Oromoo bifa baay'ee namaaf galuun kuno baradhaa. Qubeen afaan oromoo qubee laatinii 26fi qubee dachaa 7 kan of keessa qabudha. Barumsaa kana keessatti hundaa isa bifaa namaf galuun ni barattu.