Jireenya keessatti; wanti guddaan cimtee waan hojjettu hojjechuu keedha. Yoo ati wanta hojjettuuti cimtee hojjetta ta’e 1ffaa bahuu battu 2ffaan kan keetti, kanaaf wanta barbaade hojjedhu har’a bakka jirtuutti cimtee hin hojjettu tannaan boor wanta adda ta’ee hin argituu. Maqaan taphaataa kanaa ‘Kylian Mbappé’ jedhama lammii biyya Faraansayiidha. Ani seenaa isaa isiniitti hin himu garuu, photoo kana tuquun caaldhisaa ilaala yeroo muraasaf; maal hubaatu? maal irraa dubbistuu? Namni kun gareen isaa mo’eettu miti; garuu waan hojjetu kana keessatti baay’een cichuun nama hojjettudha. Hundii keessanis bakka jirtaanitti cichuun hojjedhaa. Geepha biyyaa osoo hin tannee geepha dhuunfaa keessannii argattu waan ta’eef.
Yeroo gaarii isiniif haa ta’u!
- About
- Academics
- Account
- Activities
- All Courses
- Become A Teacher
- Blogs
- Blogs
- Cart
- Cart
- Checkout
- Checkout
- Checkout
- Contact
- Contact
- Contact us
- Course Completed
- Courses
- Dashboard
- Dashboard
- Galata Gooftaa Privacy
- Home
- Home
- Home
- Instructor
- Instructor Registration
- Instructor Registration
- Instructors
- Job Dashboard
- Jobs
- Kitaaba Gadaa kutaa 1ffaa – Privacty policy
- Kitaaba Herrega Kutaa 1ffaa
- Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo privacy policy
- learn afaan oromoo android app help
- Learn Afaan Oromoo Privacy policy
- Login
- Login Customizer
- Logout
- Members
- My account
- My Courses
- Negative Present Simple Tense
- Password Reset
- Post a Job
- privacy
- privacy
- Products
- Profile
- Register
- reset password
- Sample Page
- Shop
- Student Registration
- Student Registration
- Suudii Mohammad Certificate
- Tense
- Term Conditions
- Terms
- User
- What is Yoosaad?
