Faayidaa Leenjii Guddina Dhuunfaa
2. Barnoota fi Guddina Itti Fufiinsa Qabu: Guddina dhuunfaa irratti bobba’uun beekumsa, dandeettii fi muuxannoo haaraa dammaqinaan barbaaduu jechuudha. Yaada […]
Faayidaa Leenjii Guddina Dhuunfaa Read More »
2. Barnoota fi Guddina Itti Fufiinsa Qabu: Guddina dhuunfaa irratti bobba’uun beekumsa, dandeettii fi muuxannoo haaraa dammaqinaan barbaaduu jechuudha. Yaada […]
Faayidaa Leenjii Guddina Dhuunfaa Read More »
1.Ofitti amani(Believe yourself):•Milkaa’ina galmaan ga’uuf tarkaanfiin jalqabaa fi in duraa ofii fi dandeetti keetti amanuudha. 2.Milkaa’ina mul’isuu(Visualize success): 3.Mirkaneessitoota(Affirmations)•Sammuu kee
Ofitti amanaa(Believe in yourself Read More »
Yeroo hedduu namootni ofitti amanamummaa hinqabne akka samii urjii hinqabneeti. Ifa namoota kan biraatti kan hinaafan, gaaddidduu isaaniin dukkaneessuu kan
Ilaalcha gadaantummaa ofirraa mulqi Read More »
Namni kamuu jireenyasaa keessatti bakka tokkotti kufataa yookaan milkaa’ina dhabuu isa jedhu utuu hin dhandhamatiin kan darbu hinjiru. Wanti guddaan
Hanga kuftutti utuu hinta’in hanga milkooftutti yaali Read More »
Jaalaleewwa lamatu turan. Isaanis akka ajaa’ibaa kanatti wal jaalatu. Wal malee hin deeman, hin taa’an, hin nyaatan. Sababuma kanaan maqaa
OSOO SI TA’EE MAAL GOOTA? Read More »
Yeroo tokko akka tasaa namaafi leenci bosona keessa walitti dhufanii waliin haasa’aa utuu deemanii fagoo utuu hin ga’in wal-lolan. Natu
Namni kamiyyuu ilaalcha qabu yoo sirreesse lafa yaade gahuu danda’a. Read More »
Namoonni hundi ilaalcha mataasaanii qabu. Tarii akkas jedhanii yaadu taʼa: ‘Ilaalcha gaarii qabaachuuf jecha rakkina koo maaliifan dhoksa?’ ‘Hamma fedhe
Abbaan Murtii Addunyaa Kanarraa Eenyutu Namatti Tolaa?” Ameerikaatti mucaan ganna 15 tokko mana daldalaa tokko keessaa hatuun qabamee, yeroo miliquuf
Dhala namaaf ilaalcha akkamii qabduu? Read More »