KUtaa 5ffaa

Jechamni gosa afoolaa ta’ee jecha ergaawwan dachaa fi cimoo dabarsuudha. Jechamni ergaa akeekkachiisuu, dheekkamuu, kakaasuu, barsiisuu fi iccitiin dabarfachuuf ni tajaajila. Jechama keessatti jechoonni gubbaa ifa yoo ibsaman keessatti immoo dhoksaan hubatamu.

Jechama Hiikkaa
abbaa aarrii manguddoo
naanfaala abbaa duulaa
nyaara haadu salfi/qaanyi dhabu
harreef laata waan gatii hinqabne
badaa warraa hamaa
cilee dibee maqaa xureesse
faana dhahee duuka bu’ee
faxoore yaabbate cunqursee itti reerrise
furii hojjetan walgargaran
garaa kutatee ni murate
haade kutee roorroo jala ba’e
1ffaa waaqa dhugaa jiru/waan mul’atu
Ilkee buqqise diina mo’atee
Irreecha baate margaa jiidha qabate
itti girgirsee itti kakaase
jaamadha waa hinhubatu
lafee cabsee dubbiin miidhe/arrabse
odaa jala jira seeran bula
qubaa qabaate beellama fudhate
safartuu nama tilmaamtuu
Tuulate kuusaate,cimsate
udaan laafe balaatti seene
ummata fakkaate amala tolee
waxaale waadde
arsee xururaa dhuma odeessa
yoo hubatee yoo galeef , yoo xiinxalee
bookisa kormaa guuta
Harka fuudhu nagaa gaafaachu
Fayyaa da’i galatoomi
nyaara guuruu oodu, aaruu
jennaan jenne akkasii miti

 

kutaa 6ffaan itti fufa…

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *