Hanga kuftutti utuu hinta’in hanga milkooftutti yaali
Namni kamuu jireenyasaa keessatti bakka tokkotti kufataa yookaan milkaa’ina dhabuu isa jedhu utuu hin dhandhamatiin kan darbu hinjiru. Wanti guddaan
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
Namni kamuu jireenyasaa keessatti bakka tokkotti kufataa yookaan milkaa’ina dhabuu isa jedhu utuu hin dhandhamatiin kan darbu hinjiru. Wanti guddaan
Abjuu jechuun maali?. Abjuun suuraa yookaan fakkii galma jireenya keetii isa yeroo mara sammuu tee keessatti argamuudha. Fakkiin kuni yeroo
Mul’ata jechuun maal? Mul’anni maddaa fi abdi jireenyaati. Dhugoomsaa eenyummaa keetiiti. Kennaan hunda caalu kan ilmaan namootaaf kenname kennaa ijaan
Dhiphinni Maali Dha? Dhiphinni yommuu haalli rakkisaan si mudatu tarkaanfii qaamni kee fudhatu dha. Yeroo kanatti sammuun kee gara guutummaa
Namoonni ijoollee isaanii osoo hin hafiin namoota midhaa isaanirraan gahuu hin dandeenyerratti gocha gara jabinaa maaliif raawwatu? Ka’umsi isaa maali?
Sochii qaamaa gochuun fayyaa dhala namaatiif baay’ee barbaachisaadha. Haalli jireenya dhala namaa yeroo baay’ee sochii qaamaa idilee garagaraa waliin waan
Kutaa 10ffaa Faaruu loonii faaruu ummatni Oromoo kabajaaafi jaalala loonii fi sangaaf qaban kan itti ibsataniidha. Faaruun loonii yeroo looni bobbaasani, galchani,