App’n kun guutumatti sirnaafi danbii barnoota Gadaa akka kitaaba kutaa 1ffaatti kan qophaa’eedha. Nuttis immoo dhimma daataa nama dhuunfaan kan wal qabatu kan ol ka’anuu tokkoo illee hin jiru. Namni kam iyyuu itti gaafatamumma isaan itti fayyaadamu ni danda’a. Kunis immoo kafaalti kan hin qabne ta’uu asummaan isiin beeksisna. Garuu, Ads code fayyaadamun beeksisni haalla murta’aa ta’een akka mul’atu ni ta’a. Galata argaadha!