Waan fayyadamtaniif galanni keenya baay’ee guddaadha. App kana fayyadamuu keessaniin daataa waa’ee dhuunfaa keessan kan ilaalatu kan sassabnuu tokkoo illee hin jiru. Guutummaa App kana dhuunfaan itti fayyadamuu ni dandeessu. Ads tokko tokkoo darbee darbee mul’achuu ni danda’aa kanas immoo akka itti fayyadamaa keessan hin minneetti waan gonneef rakkoo inni uumuu hin jiru. Walaloon App kana keessatti walitti qabaman social media adda addaa kanneen akka facebook, telegram fi google irratti yeroofi bara adda addatti kan namootni gosaa adda addaa gad gadhisaan walitti qindeessuufi sassabuun kan qophaa’eedha. Kunis immoo namootni qophii gosa adda addaa irratti yeroo hirmataan akka bifa salphaa ta’een walaloo barbaadan qophii isaanii irratti dhiyyeessan isaan fayyadaa ta’aa jechuun qindessuu dandeenye jira. Yaadafi gaaffi qabdaan nuuf qooda. App kanas akka armaan gadiitti itti fayyadamuu ni dandeessu. Fakkeenyaf: Walaloo Oromoo beekama ta’ee Waloo Leta Kenei barbaadu yoo fetaan:
Jenne yeroo search gonnuu walaloon Leta Kenei hundii isa nuuf dhufaa jechuudha. Bifa kanan kanneen biroo hundaas search gonnee basnee itti fayyadamuu ni dandeenya.