Here are 8 words that can help you improve yourself. I hope you take them to heart
1. The only way to get to the top is to keep climbing The path to success is not easy.
Only by constantly improving can we break through ourselves and move toward success
Learning is a lifelong need. We must develop the habit of learning knowledge continuously. We must constantly learn new knowledge
Believe in yourself. Be passionate
At age 17, she was rejected from college. At age 25, her mother died from disease. At age 26, she
Sammuun akka iddoo biqiltuuti.
↪️ Yoo akka gaariitti misoomsite daraaraa gammachuu fi gammachuutiin ni daraara. Garuu yoo tuffatte margi negaatiivii fi gadadoo bakka isaa
Don’t miss this opportunity
👉Leenjii gahumsa dhuunfaa(Personal development training ) fudhachuu Kan barbaaddan. 👉Gahumsa leenjii kanaa fudhachuun leenjisaa addunyaalessaa(international trainer) tahu Kan barbaaddan. ☑️to
Namoonni Baay’een
⩩ “Ati hin dandeessu! Waan kanaaf gahaa miti, si mitii abaluuniyyuu ni dadhabe, Qarshii hin qabdu, hin dandeessu! Fira hin
5 BENEFITS OF PERSONAL DEVELOPMENT.
Don’t miss this opportunity 👉Leenjii gahumsa dhuunfaa(Personal development training ) ☑️to reprogram our subconscious mind to achieve our conscious goals.
Abdii kutuun Diina milkaa’inaati
“Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessuIsa amansiisaadha!” Genaa Showaalter Wantonni jireenya dhalaa nama jijjiiruu danda’an hedduun galma hin ga’iin kan hafan
5 BENEFITS OF PERSONAL DEVELOPMENT.
Self-Awareness and Emotional Intelligence: Personal development encourages self-reflection and introspection, enabling individuals to gain a deeper understanding of themselves. By exploring their strengths, weaknesses, values, and beliefs, people can develop…
Faayidaa Leenjii Guddina Dhuunfaa
2. Barnoota fi Guddina Itti Fufiinsa Qabu: Guddina dhuunfaa irratti bobba’uun beekumsa, dandeettii fi muuxannoo haaraa dammaqinaan barbaaduu jechuudha. Yaada
Ofitti amanaa(Believe in yourself
1.Ofitti amani(Believe yourself):•Milkaa’ina galmaan ga’uuf tarkaanfiin jalqabaa fi in duraa ofii fi dandeetti keetti amanuudha. 2.Milkaa’ina mul’isuu(Visualize success): 3.Mirkaneessitoota(Affirmations)•Sammuu kee
QABANNAA JIREENYA KEETII BEEKI!
✪#Namicha hiyyeessa tokkotu #sangaa tokko qaba ture jireenyi itti ulfaannan sangaa isaa gabaa geessee gurguratee utuu deebi’uu mana dhugaatiitti goree
