โœฐ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti.
Roobart Mugaabee.
โœฐ โ€œMoโ€™attoonni waan adda taโ€™e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda taโ€™een hojjetu.โ€
Shiiv keeraa.
โœฐ โ€œNamni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.โ€
M. Gaandii.
โœฐ โ€œDukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ariโ€™u; jaalalatu jibba ariโ€™a.โ€
Maartiin Luuter Kiingi.
โœฐ โ€œMuka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha.โ€
Shiiv keeraa.
โœฐ โ€œHin dandaโ€™amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha.โ€
N. Maandellaa.
โœฐ”Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa”
Abdii Taammanee.
โœฐ “Gaa’ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta’e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif.”
Roobart Mugaabee.
โœฐ โ€œHaala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu taโ€™uu qaba hin jedhin.โ€
Maartiin Luuter Kiingi.
โœฐ โ€œAddunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee harโ€™a sanyii facaasuu hin dhiisu.โ€
Maartiin Luuter Kiingi.
โœฐ โ€œNamni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.โ€
Riichaard Niiksoon.
โœฐ “Of wallaaluun of awwaaluudha”
Miratuu Shaanqooo.
โœฐ “Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta’eef”
Abdii Taammanee.
โœฐ โ€œNamni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.โ€
Albeert Inistaayin.
โœฐ โ€œNagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.โ€
Albeert Inistaayin.
โœฐ โ€œSababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu dandaโ€™e.โ€
Iyezak Niiwtan.
โœฐ “Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu”
Miratuu Shaanqoo.
โœฐ โ€œHiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du’uun garuu dogoggora keeti.โ€
Biil Geet.
โœฐ “Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu”

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *