I’m repeating myself. Irra deebi’ee dubbachaan jira.
I’m repeating myself, please follow the instructions carefully.
Irra deddeebi’aa jira, mee qajeelfama kenname sirriitti hordofaa.
Let me repeat myself. Mee irra deebi’ee haa dubbadhu.
Let me repeat myself, please submit the report by Friday.
Mee irra deebi’ee haa dubbadhu, hanga Jimaataatti gabaasa galchuu qabda.
Allow me to repeat myself. Akkan irra deebi’ee dubbadhu naaf eyyami.
Let me repeat myself, the meeting is scheduled for Tuesday at 2 PM.
Mee irra deebi’ee haa dubbadhu, walgahiin kun Kibxata sa’aatii booda 8 irratti beellamameera.
At the risk of repeating myself… Irra deebi’uun rakkina ta’us
At the risk of repeating myself, let us prioritize customer satisfaction over profit.
Irra deebi’uun rakkina ta’us, bu’aa caalaa itti quufinsa maamilaaf dursa haa kenninu.
As I’ve said… Akkuman jedhe…
As I’ve said before, I’m not comfortable with that decision.
Akkuman kanaan dura jedhe murtoo sanaan natti hin tolu.
As I am fond of saying … Akkuman jechuu jaalladhu…
As I am fond of saying, time is money.
Akkuman jechuu jaalladhu yeroon maallaqa.
To reiterate …. Irra deebi’ee ibsuuf…
To reiterate, our goal is to increase sales by 20% this year.
Irra deebiin ibsuuf, galmi keenya bara kana gurgurtaa 20% guddisuudha.
To repeat… Irra deebi’uuf…
To repeat, please make sure to bring your ID to the meeting.
Irra deebi’uuf, mee waraqaa eenyummaa keessan walgahii irratti fiduu keessan mirkaneessaa.
How many times do I have to tell you? Ani yeroo meeqa sitti himuun qaba?
How many times do I have to tell you to stop playing video games and do your homework?
Yeroo meeqa tapha viidiyoo taphachuu dhiistee hojii manaa kee akka hojjettu sitti himuun qaba?
If I’ve told you once, I’ve told you a thousand times.
Yoon takka sitti hime si’a kuma tokkoon sitti hime.
If I’ve said it once, I’ve said it a million times.
Yoon takkaa sitti hime, si’a miliyeenan sitti hime.