I’m so happy. Baay’een gammade በጣም ደስተኛ ነኝ
I’m thrilled. Baay’ee gammadee jira. በጣም ተደስቻለሁ!
I’m delighted. Baay’een gammadee jira. በጣም ተደስቻለሁ!
I’m overjoyed. Gammachuun koo dangaa hin qabu. ደስታዬ ገደብ የለሁም።
I’m on cloud nine! Baay’een gammadee jira. በጣም ደስተኛ ነኝ!
I’m a good mood. Miira gaarii irran jira. ጥሩ ስሜት ላይ ነኝ።
I’m feeling great! Miiraa gaarii natti dhaga’ama. በጣም ጥሩ ስሜት ይሰማኛል!
This makes me so happy. Kun baay’ee na gammachiisa. ይሄ በጣም ያስደስተኛል።
I’m really pleased. Baay’ee natti tolee jira. በጣም ደስ ብሎኛል።
I’m having a wonderful time. Yeroo gaarii dabarsaan jira. በጣም ጥሩ ጊዜ እያሳለፍኩ ነው።
I’m so excited. Baay’ee gammachuun eegaan jira. በጣም ጓጉቻለሁ!
I’m jumping for joy! Gammachuun utaalan jira. በደስታ እየዘለልኩ ነው!
I’m so grateful. Ani baay’een galateeffadha. በጣም አመስጋኝ ነኝ።
I’m very thankful. Galata guddaan galcha. ትልቅ ምስጋና አለኝ።
I feel blessed. Akkan eebbiffame natti dhaga’ama. እንደ ተባረኩ ይሰማኛል።
That’s hilarious. Baay’ee nama kolfisiisa! ይሄ በጣም አስቂኝ ነው!
That’s so funny. I’m laughing so hard! በጣም እየሳቅኩ ነው!
I’m sad. Gaddeen jira. አዝኛለሁ
I’m feeling down. Baay’ee dhiphadheen jira. ተጨንቄያለሁ
I’m upset. Baay’ee aareen jira. ተበሳጭቻለሁ
I’m not feeling myself. Of beekaa hin jiru. እኔ እራሴን አይደለሁም።
I’m feeling low. Abdii kuteen jira. ተስፋ ቆርጫለሁ።
I’m having a bad day. Guyyaa badaan dabarsaa jira. መጥፎ ቀን እያሳለፍኩ ነው።
This makes me sad. Kun baay’ee na gaddisiisa. ይሄ ያሳዝነኛል።
I’m heartbroken. Onneen koo qabeera. ልቤ ተሰብሯል።
I’m devastated. Baay’een gadda. በጣም አዝኛለሁ።
I’m grieving. Baay’ee gaddaan jira. እያዘንኩ ነው።
I’m in mourning. Gadda irran ira. እያዘንኩ ነው።
I’m crushed. Baay’ee caccabeen jira. ተደቅቄያለሁ። / ተሰባብረያለሁ።
I’m disappointed. Abdii kutadheera. ተስፋ ቆርጫለሁ።
I’m frustrated. Aareen jira. ተበሳጭቻለሁ
I’m let down. Abdii Dhabeera. ተስፋዬ ተሟጥጧል።
That’s a shame. Nama gaddisiisa / salfiidha. ያሳዝናል።
That’s too bad. Baay’ee yaraadha. ያሳዝናል። / መጥፎ ነው።
I’m worried. Baay’ee dhiphadheen jira. ተጨንቄያለሁ።
That’s terrible. Baay’ee sodachiisaadha. ይሄ በጣም አስፈሪ ነው።
I’m about to cry. Boo’uuf jechaan jira. ላለቅስ ነው።
I’m crying. Boo’aan jira. እያለቀስኩ ነው።
I’m trying not to cry. Akka hin boonye yaalaan jira. ላለመልቀስ እየሞከርኩ ነው።
I’ve been crying. Boo’aan ture. እያለቀስኩ ነበር።
General Happiness:
- I’m so happy!
- I’m thrilled!
- I’m delighted!
- I’m overjoyed!
- I’m on cloud nine!
- I’m in a good mood.
- I’m feeling great!
- This makes me so happy.
- I’m really pleased.
- I’m having a wonderful time.
Expressing Joy and Excitement:
- I’m ecstatic!
- I’m over the moon!
- I’m buzzing!
- I’m so excited!
- I’m thrilled to bits!
- I’m jumping for joy!
- I’m so pumped! (informal)
Expressing Gratitude and Contentment:
- ‘m so grateful.
- I’m very thankful.
- I feel blessed.
- I’m content.
- I’m satisfied.
- I’m at peace.
Expressing Laughter and Amusement:
- That’s hilarious!
- That’s so funny!
- I’m laughing so hard!
- I’m in stitches!
General Sadness:
- I’m sad.
- I’m feeling down.
- I’m upset.
- I’m not feeling myself.
- I’m feeling blue.
- I’m feeling low.
- I’m having a bad day.
- This makes me sad.
Expressing Grief and Sorrow:
- I’m heartbroken.
- I’m devastated.
- I’m grieving.
- I’m in mourning.
- I’m crushed.
Expressing Disappointment and Frustration:
- I’m disappointed.
- I’m frustrated.
- I’m let down.
- That’s a shame.
- That’s too bad.
Expressing Worry and Anxiety:
- I’m worried.
- I’m anxious.
- I’m concerned.
- I’m stressed.
Expressing Empathy:
- I’m sorry to hear that.
- That’s terrible.
- I understand how you feel.
- Are you okay?
- Is there anything I can do?
Expressing Crying:
- I’m about to cry.
- I’m crying.
- I’m trying not to cry.
- I’ve been crying.
