Sammuun akka iddoo biqiltuuti.
↪️ Yoo akka gaariitti misoomsite daraaraa gammachuu fi gammachuutiin ni daraara. Garuu yoo tuffatte margi negaatiivii fi gadadoo bakka isaa
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
↪️ Yoo akka gaariitti misoomsite daraaraa gammachuu fi gammachuutiin ni daraara. Garuu yoo tuffatte margi negaatiivii fi gadadoo bakka isaa
👉Leenjii gahumsa dhuunfaa(Personal development training ) fudhachuu Kan barbaaddan. 👉Gahumsa leenjii kanaa fudhachuun leenjisaa addunyaalessaa(international trainer) tahu Kan barbaaddan. ☑️to
⩩ “Ati hin dandeessu! Waan kanaaf gahaa miti, si mitii abaluuniyyuu ni dadhabe, Qarshii hin qabdu, hin dandeessu! Fira hin
Don’t miss this opportunity 👉Leenjii gahumsa dhuunfaa(Personal development training ) ☑️to reprogram our subconscious mind to achieve our conscious goals.
“Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessuIsa amansiisaadha!” Genaa Showaalter Wantonni jireenya dhalaa nama jijjiiruu danda’an hedduun galma hin ga’iin kan hafan
Self-Awareness and Emotional Intelligence: Personal development encourages self-reflection and introspection, enabling individuals to gain a deeper understanding of themselves. By exploring their strengths, weaknesses, values, and beliefs, people can develop…
2. Barnoota fi Guddina Itti Fufiinsa Qabu: Guddina dhuunfaa irratti bobba’uun beekumsa, dandeettii fi muuxannoo haaraa dammaqinaan barbaaduu jechuudha. Yaada
1.Ofitti amani(Believe yourself):•Milkaa’ina galmaan ga’uuf tarkaanfiin jalqabaa fi in duraa ofii fi dandeetti keetti amanuudha. 2.Milkaa’ina mul’isuu(Visualize success): 3.Mirkaneessitoota(Affirmations)•Sammuu kee
✪#Namicha hiyyeessa tokkotu #sangaa tokko qaba ture jireenyi itti ulfaannan sangaa isaa gabaa geessee gurguratee utuu deebi’uu mana dhugaatiitti goree
↪️❍ Mo’attoonni yeroo mara furmaata barbaaduu irratti xiyyeefatu. ➧Mo’amtoonni garuu rakkoo irratti xiyyeeffatu. ↪️❍ Mo’attoonni yeroo mara jireenya isaaniif sagantaa
Success demands these 6 things.. Don’t believe in luck, believe in hard work. Stop trying to rush the process or
Your future self will regret not learning these 10 lessons: Comparing is second nature for humans.That’s fine, don’t overdo it.
Dargaggeessa hojidhabeessa tokkotu ture. Dargaggeessi kun dinagdeedhaan milkaa’ee nama guddaa ta’uuf waan hawwii qabuuf hayyuun kalaqaa #Sooqiraaxos iccitii milkaa’inaa akka