Kana booda boru Anaaf hin jiru
Guyyaan boru kana booda anaaf akka hin jirre yeroo gahu, ijoolleen koo akka beekaniifi gonkumaa akka hin daganne nan barbaada,
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
Love (Jaalala) is a priceless gift that cannot be measured by any material means. It is the essence of human connection and the foundation of happiness. Love transcends all boundaries and enriches our lives in ways we cannot imagine.
Guyyaan boru kana booda anaaf akka hin jirre yeroo gahu, ijoolleen koo akka beekaniifi gonkumaa akka hin daganne nan barbaada,
Kan akka jalalaa jaalatamuufi faarfamu jira hinfakkaatu. Hundi jaalachuufi jaalatamuu fedha. Bineensotaafi allaattiis dabalatee. Jaalalli gammachuu qaba. Jaalalli, seeraan hin
Eessaa akkan siif jalqabu ana rakkisa; Addunyaa kana irratti namni jaalalaaf jedhee murtoo murteesseen jaalala dhugaa dhabe ana tahuu hin
“Ati dhuguma gurbaa bareedaadha, garuu hiriyyaa qofa ta’uu dandeenya” – Meeqa keessantu deebii akkanaa yeroo jaalala keessaniif gaaffii dhiheessitan dhageessan,
Dubartoonni sammuu qara olaanaa kan qaban yoo ta’u, yaada cimaa dhiironni hubachuu hin dandeenye qabu. Kanaafuu, gorsi keenya dhiirota Lafa
Namoonni waan gaarii yaadan jireenya isaanii keessatti bu’a gaarii argatu. Guyyoota jireenya isaani keessa jiraan hundumaaf ilaalcha gaarii qabu.”Guyyaan har’aa