WANTOOTA ABJUU DHALOOTAA AJJEESAN!
1) Abdii kutannaa: Namni abdii kutate har’a qofatu itti mul’ata; fuuldurri isaa dukkana. Kanaafuu egereen kee borii akka hin dukkanoofneef […]
WANTOOTA ABJUU DHALOOTAA AJJEESAN! Read More »
1) Abdii kutannaa: Namni abdii kutate har’a qofatu itti mul’ata; fuuldurri isaa dukkana. Kanaafuu egereen kee borii akka hin dukkanoofneef […]
WANTOOTA ABJUU DHALOOTAA AJJEESAN! Read More »
Abdii hin kutatin carraa fuuldura kee jiruuf of qopheessi, Kufaatiin gulantaa milkaa’ina kee itti aanu waan taheef jabaadhu! Kufaatiin cimina
Living with passion is not just a slogan or a motto. It is a way of being that can transform
Living with passion is not just a slogan or a motto Read More »
┃Yoo Shɑkkite Ni Kuftɑ!┃Yoo Amɑnte Milkooftɑ!▬▬▬▬▬▬▬▬⁃ Milkɑɑ’inɑ GonfɑchuufDurɑ of ɑmɑnsiisi!⁃ Wɑntɑ Guddɑɑ YɑɑdiWɑɑn Gɑɑrii ɑrgɑmsiisi! “”⁃ Hojii Irrɑ OolchiHɑwwiif Yɑɑdɑ
Namni kaayyoo guddaamaraataa fakkaata.Yeroo karaa deemuskophaa dudubbata. ilkaan isaatiin seeqeesammuun dhukkubsata.Garaan isa ciinca’eemadaa kulkulfata. Gaddaan facaaseegammachuun hammachuu.Har’a sakaalameeboru tarkaanfachuu. Kaayyootu
Ciniinnadheen_Obsa Read More »
Rawwaatani Abdi kutaannan haalaan dadhabuufi mul’ata ykn kaayyo ofii irraas amantan qaban yoo gadi bu’udha! Haallikee hammam yoo sitti ulfaatellee,
HAALAAN ABDI HIN KUTAATIN! Read More »
Karoorri kee maaliNaaf ibsitaa laataa?Gaariif moo hamaafiMaaf itti rarraataa?Murteessuun ni cimaKan taa’ee yaaduufiHarkistee buusuuf mooQabattee yaabuufii?
Karoorri kee maali Read More »
Eenyutti na laatteWaadaan kee akkam ta’ee?Anoo nama ormaatiSiifan biyyaa ba’ee…An si dhiisee beekaa?Gaafa toltuufi hamtuuAtoo maaliif deemtaMaaliif diddee hin haftuu?
—Gaafan qullaa deemuAti uffattee deemta“Maraatuu” naan jechuu maleeMaafan akkan maraadheNa gaafattee beektaa?Maal taate jetteettaa?Ani afuuffee mitiKan qilleensaan guutameAni hattuu miti
Addaaf addunyaa argadhu!Dhala ke irratti haara-galfadhu!Dubbii hamaa fi du’a hamaa ofkoliNagaan ba’ii nagaan gali Halagaan fira siif haa ta’u!Firri immoo
Eebba abbooti keenyaa Read More »
Life and politics are two topics that often intersect and influence each other. In this blog post, I will explore
Heloo yaa ilmottii kooTokkittii koo yaa garaaAkkam jirta nagaadhaaAn kunoo nagaan jiraa Akkam jirta ilmoo kooAkkam jiruun jireenyiIja kee arguun