Greeting

Akkam jirtu?

Hello, everyone!

Nagaa bultanii?

Good morning, everybody.

Nagaa ooltanii?

Good afternoon, class.

Har’a akkam jirtaa?

How are you today?

Akkam jireenyi?

How’s life?

Guyyaa gaariidha.

What a lovely day!

Har’a baay’ee qora, miti?

Today is very cold, isn’t it?

Guyyaa roobaati

What a rainy day!

Si arguun koo gaariidha.

Good to see you.

Mee baranoo har’aa haa eegalu.

Let’s start today’s class.

Barumsa keenya haa jalqabnu.

Let’s begin our lesson now.

Hundii keessan barachuuf qophooftan jedheen yaada.

I hope you are all ready for your lesson.

Hundii keessan qopheedha?

Is everybody ready to start?

Amma hojii eegaluu ni dandeenya.

Now we can get down to work.

Amma eegaluu ni dandeenye.

I think we can start now.

Yeroo itti barumsa jalqabnudha, maaloo caldhiisi.

It’s time to begin, please stop talking.

Callisuu kee eegaan jira.

I’m waiting for you to be quiet.

Gad taa’i, barumsa eegala.

Settle down now so we can start.

Hanga namni hundi caldhiisutti barumsa hin eegalu.

We won’t start until everyone is quiet.

Dubbachuu dhiisii caldhiisi.

Stop talking and be quiet.

Hin jeeqin, caldhiisi.

Stop disturbing and be quiet.

Kitaaba keessan banaa.

Open your book.

Kitaaba keessan cufaa.

Close your book.

Kitaaba keessan achi kaa’aa.

Put your book away.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *